DAANDII RAINIER AVE S IRRATTI JIJJIIRAMNI YEROO DHIHOTTI ... · Valero gas station S KENNY ST S...

2
DAANDII RAINIER AVE S IRRATTI JIJJIIRAMNI YEROO DHIHOTTI DHUFAA JIRA daandiin itti walqaxxamuru hunda irratti hojii fooyyessuu hojjataa jirra ( Kaartaa ilaalaa). Haaluma walfakkaatuun barana karaa haaraya kutaan addaan baasnee kan qiyaasaa jirru yoo tahu bara dhufu immoo projektii hunda kan waliin geenyu taha (kan armaan gadii ilaalaa). DAANDIIN KUN MAAL FAKKAACHUUDHAAF DEEMA? Yaadi rimeen qiyaasa daandii kanaa sarara konkolaataa irra dhaaban ni qabaata( karaa gama lixaan yookaan karaa gama bahaan) sarara konkolaataa tokko kallattii hundaan, sarara jidduu kan ittiin naannayan fi sarara konkolaataa ummataa (Bus) ni qabaata. Iddoo konkolaataan dhaabbatu kan amma jiru dhibbeentaa 70% hin tuqamu. Haatahuu malee iddoon dhaabbii konkolaataa tokko tokko sarara konkolaataa ummataatti(Bus) jijjiirama. Jijjiirama daandii kanaa ilaalchisee namoota daandii kanatti dhihoo jiran bira gahuudhaan yaada isaanii fudhachaa jirra. Hojii ummata dubbisuu kun Qorannoo taasifameen deebiin 1,200 afaan baayyeen godhamee jira, jiraattotaa fi garee daldalttootaa waliin akkasumaas sagantaa marii hawaasaa irratti ummata waliin mariin taasifamee jira. Jiraattotaa fi dalddaltoota karaa kana cinaa jira manaa manatti deemnee dubbisuu fi garee hawaasaa waliin mariin itti fufa. Hubannoo dabalataaf nu qunnamaa. [email protected] | (206) 727-8697 www.seattle.gov/visionzero/projects/rainier-ave-s New safety enhancements are coming to Rainier Ave S! Please call for translation: (206) 727-8697 አዳድስ ደህንነት ማበረታቻዎች ወዴ ሬይነሪ መንገድ እየመጡ ናቸው።ለትርጉም በሚከተለው ይደውሉ፥ (206) 727-8697 我們將在RAINIER AVE 行新的安全改進。請致電要求翻譯: Nageenya foyyeessuun haarawaa gara Daandii Rayineer S dhufaa jira. Maaloo hiikaadhaaf bilbila: (206) 727-8697 Hagaajino ammaan cusub ayaa lagu samayn doonaa Waddada Rainier Ave S. Fadlan ka wac turjumaanida: (206) 727-8697 Próximamente: nuevas mejoras para la seguridad de la Avenida Rainier sur. Por favor, llame para servicios de traducción al: (206) 727-8697 Mga panibagong pagpabuti ukol sa inyong kaligtasan ang darating sa Rainier Ave S. Mangyaring tumawag para sa pagsasalin: (206) 727-8697 Nageenya fooyyessuu fi konkolaataan ummataa(Bus) Daandii Rainier Ave S irra akka deddeebi’u taasisuu MAALIIF? Rainier Ave S kun daandii balaa konkolaataatiin sadarkaa duraa irra jiruudha. Nama hundaaf nageenyi isaa amansiisaa akka tahu hojjataa jirra. Bara 2014, daandii Rainier kana fooyyeessuudhaafi daandiin kun qaama sagantaa seattle kan bara 2030 balaan konkolaataatiin du’aa fi hir’inni qaamaa akka hin geenye taasisuu jedhu keessa akka galuuf adeemsa tumsa walii godhuu labsinee turre. Yeroo marsaa 1ffaa karaa S Alaskaa fi S Kenny Irra deebinee qajeelchuu/saxaxessuu kenyaaf nageenyi fooyahee jira. Bara kanaa fi bara dhufu marsaa 2ffaa karaa S Kenny St fi karaa S Henderson St ni xumurra. MAALTU ITTI AANA? Bara 2017 jijjiirama godhamaa jiru irratti duubdeebii ykn yaada keessan isin gaafannee turre. Wanti guddaan isin irraa dhageenye nageenya fooyyesuu fi konkolaataan ummataa(Bus) akka sirritti socho’u kan jedhu ture. Erga duubdeebii ykn yaada hawaasaa irra deebinee ilaallee booda bara kana qooda fudhattoota keenya kan King County Metro keessatti argaman waliin qiyaasa traafikaa raawwachuun bakka BAAYINA SARARA KONKOLAATAAN IRRA DEEMUU MAALIIF HIR’ISNEE? Baayyina sarara dhimma adda addaatiif itti fayyadamnuu xiqeessuun ariitii konkolaataa xiqeessuu akka danda’u mirkanaahee jira. Ariitiin oofuun balaan konkolaataa hamaan deddeebiin akka dhaqabu sababa guddaadha. Sarara daandii walakkaa dabaluun namnni akka naannoo isaa fi dhaabbilee daldaalaatti maqu kan garggaru yammuu tahu saraara konkolaataa ummataa(Bus) dabaluun immo konkolaataan ummataa (Bus) osoo hin dhaabbatin akka deemu taasisa. Projektii irrattii fi naannoo sanitti Baayyina konkolaataa fi ariitii isaanii itti dhiyeenyaan hordofuudhaan yoo barbaachisaa tahe jijjiirama ni taasisna. 2019 Konkolaataan akka walitti hin buune ittisuudhaaf haala daandii jijjiiruu fi bakka daandiin itti walqaxxaamuru fooyyessuu 2020 Konkolaataa ummataa(Bus) amansiisaa akka tahuu fi nageenyi akka fooyahu naannoo projektii hafu keessatti teessuma daandii haarayaa xumuruu OROMO Sarar konkolaataa ummataa(Bus) ykn sarara konkolaataa irra dhaaban( mirga naannahuun ni taha) Sarara jidduu irraa marfatu Sarara konkolaataa ummataa (Bus) ( gara mirgaa naannahuu ni taha) Sarara kaaba deemu Sarara gara kibbaa deemu *Ibsi kenname madallin kan kaayame miti TEESSUMA ADDAA KAN DAANDII FUULA DURAA TEESSUMNI DAANDII AMMAA KANA FAKKAATA

Transcript of DAANDII RAINIER AVE S IRRATTI JIJJIIRAMNI YEROO DHIHOTTI ... · Valero gas station S KENNY ST S...

Page 1: DAANDII RAINIER AVE S IRRATTI JIJJIIRAMNI YEROO DHIHOTTI ... · Valero gas station S KENNY ST S GRAHAM ST Seattle Fire Station 28 Green Dot Rainier Valley Leadership Academy M L King

ሓደሽቲ ናይ ድሕነት መጠናኸርቲታት ናብ RAINIER AVE S ይመጽኡ ኣለው፡፡ ብኽብረትካ ኣገልግሎት ትርጉም ንምርካብ ተሌፎን ደውል: (206) 727-8697

Các cải tiến về an toàn mới đang đến với Đại lộ Rainier Ave S. Xin gọi phiên dịch số: (206) 727-8697

DAANDII RAINIER AVE S IRRATTI JIJJIIRAMNI YEROO DHIHOTTI DHUFAA JIRA

daandiin itti walqaxxamuru hunda irratti hojii fooyyessuu hojjataa jirra ( Kaartaa ilaalaa). Haaluma walfakkaatuun barana karaa haaraya kutaan addaan baasnee kan qiyaasaa jirru yoo tahu bara dhufu immoo projektii hunda kan waliin geenyu taha (kan armaan gadii ilaalaa).

DAANDIIN KUN MAAL FAKKAACHUUDHAAF DEEMA?Yaadi rimeen qiyaasa daandii kanaa sarara konkolaataa irra dhaaban ni qabaata( karaa gama lixaan yookaan karaa gama bahaan) sarara konkolaataa tokko kallattii hundaan, sarara jidduu kan ittiin naannayan fi sarara konkolaataa ummataa (Bus) ni qabaata. Iddoo konkolaataan dhaabbatu kan amma jiru dhibbeentaa 70% hin tuqamu. Haatahuu malee iddoon dhaabbii konkolaataa tokko tokko sarara konkolaataa ummataatti(Bus) jijjiirama. Jijjiirama daandii kanaa ilaalchisee namoota daandii kanatti dhihoo jiran bira gahuudhaan yaada isaanii fudhachaa jirra.

Hojii ummata dubbisuu kun Qorannoo taasifameen deebiin 1,200 afaan baayyeen godhamee jira, jiraattotaa fi garee daldalttootaa waliin akkasumaas sagantaa marii hawaasaa irratti ummata waliin mariin taasifamee jira. Jiraattotaa fi dalddaltoota karaa kana cinaa jira manaa manatti deemnee dubbisuu fi garee hawaasaa waliin mariin itti fufa. Hubannoo dabalataaf nu qunnamaa.

[email protected] | (206) 727-8697www.seattle.gov/visionzero/projects/rainier-ave-s

New safety enhancements are coming to Rainier Ave S! Please call for translation: (206) 727-8697

አዳድስ ደህንነት ማበረታቻዎች ወዴ ሬይነሪ መንገድ እየመጡ ናቸው።ለትርጉም በሚከተለው ይደውሉ፥ (206) 727-8697

我們將在RAINIER AVE 行新的安全改進。請致電要求翻譯:(206) 727-8697

Nageenya foyyeessuun haarawaa gara Daandii Rayineer S dhufaa jira. Maaloo hiikaadhaaf bilbila: (206) 727-8697

Hagaajino ammaan cusub ayaa lagu samayn doonaa Waddada Rainier Ave S. Fadlan ka wac turjumaanida: (206) 727-8697

Próximamente: nuevas mejoras para la seguridad de la Avenida Rainier sur. Por favor, llame para servicios de traducción al: (206) 727-8697

Mga panibagong pagpabuti ukol sa inyong kaligtasan ang darating sa Rainier Ave S. Mangyaring tumawag para sa pagsasalin: (206) 727-8697

Nageenya fooyyessuu fi konkolaataan ummataa(Bus) Daandii Rainier Ave S irra akka deddeebi’u taasisuu MAALIIF?Rainier Ave S kun daandii balaa konkolaataatiin sadarkaa duraa irra jiruudha. Nama hundaaf nageenyi isaa amansiisaa akka tahu hojjataa jirra. Bara 2014, daandii Rainier kana fooyyeessuudhaafi daandiin kun qaama sagantaa seattle kan bara 2030 balaan konkolaataatiin du’aa fi hir’inni qaamaa akka hin geenye taasisuu jedhu keessa akka galuuf adeemsa tumsa walii godhuu labsinee turre. Yeroo marsaa 1ffaa karaa S Alaskaa fi S Kenny Irra deebinee qajeelchuu/saxaxessuu kenyaaf nageenyi fooyahee jira. Bara kanaa fi bara dhufu marsaa 2ffaa karaa S Kenny St fi karaa S Henderson St ni xumurra.

MAALTU ITTI AANA?Bara 2017 jijjiirama godhamaa jiru irratti duubdeebii ykn yaada keessan isin gaafannee turre. Wanti guddaan isin irraa dhageenye nageenya fooyyesuu fi konkolaataan ummataa(Bus) akka sirritti socho’u kan jedhu ture.

Erga duubdeebii ykn yaada hawaasaa irra deebinee ilaallee booda bara kana qooda fudhattoota keenya kan King County Metro keessatti argaman waliin qiyaasa traafikaa raawwachuun bakka

BAAYINA SARARA KONKOLAATAAN IRRA DEEMUU MAALIIF HIR’ISNEE?Baayyina sarara dhimma adda addaatiif itti fayyadamnuu xiqeessuun ariitii konkolaataa xiqeessuu akka danda’u mirkanaahee jira. Ariitiin oofuun balaan konkolaataa hamaan deddeebiin akka dhaqabu sababa guddaadha.

Sarara daandii walakkaa dabaluun namnni akka naannoo isaa fi dhaabbilee daldaalaatti maqu kan garggaru yammuu tahu saraara konkolaataa ummataa(Bus) dabaluun immo konkolaataan ummataa (Bus) osoo hin dhaabbatin akka deemu taasisa. Projektii irrattii fi naannoo sanitti Baayyina konkolaataa fi ariitii isaanii itti dhiyeenyaan hordofuudhaan yoo barbaachisaa tahe jijjiirama ni taasisna.

2019Konkolaataan akka walitti hin buune ittisuudhaaf haala daandii jijjiiruu fi bakka daandiin itti walqaxxaamuru fooyyessuu

2020Konkolaataa ummataa(Bus) amansiisaa akka tahuu fi nageenyi akka fooyahu naannoo projektii hafu keessatti teessuma daandii haarayaa xumuruu

OROMO

Sarar konkolaataa ummataa(Bus) ykn sarara konkolaataa irra dhaaban( mirga naannahuun ni taha)

Sarara jidduu irraa marfatu

Sarara konkolaataa ummataa (Bus) ( gara mirgaa naannahuu ni taha)

Sarara kaaba deemu

Sarara gara kibbaa deemu

*Ibsi kenname madallin kan kaayame miti

TEESSUMA ADDAA KAN DAANDII FUULA DURAA

TEESSUMNI DAANDII AMMAA KANA FAKKAATA

Page 2: DAANDII RAINIER AVE S IRRATTI JIJJIIRAMNI YEROO DHIHOTTI ... · Valero gas station S KENNY ST S GRAHAM ST Seattle Fire Station 28 Green Dot Rainier Valley Leadership Academy M L King

NAGEENYAA FI FOOYAHIINSA KONKOLAATAA UMMATAA (BUS)

Rainier & Graham Safe Routes to School 1 Rainier & Holly2 Rainier & Othello3

Rainier & Rose4 Rainier & Henderson6Rainier & Cloverdale5

Jijjiiramni kun maaliif?Qaxxaamura gurguddaa irratti haala balaa konkolaataa ilaalchisee qorannoo taasisnee jirra. Fooyahiinsi kun kan wixinaaye konkolaachistoonni akka suuta deemaniif konkolaataan ummataa akka hin dhaabbanneefi namnni miilaa daandii Rainier irra akka deemuu danda’u godhuuf.

Ani akkamitti kaartaa dubbisaLaakkofsi bifa burtukaanaa kan kaartaa projektii irra jiru kaartaa qaxxaamura daandii kan asi butamee mullatuun walitti dhufa. Mallattoon qara eboo fakkaattu tan bifa dhiilgee ( Purple)qabdu bakka nuti itti bara kana haala daandii jijjiiraa jirru agarsiisa. Bara kana projektii hunda keessatti teessuma haaraya daandii ni xumurra.

ONLYBUS

ONLY

ONLY

ONLY

ONLY

ONLY

ONLY

Rainier BeachCommunity

Center

S HENDERSON ST

RAINIER AVE S

N

New school zone beacon

Naannoo mana barumsa haarayaa beacon

Marfata haaraya gara mirgaa qofaa

Sherwin-Williams

Bank of America

Turtii nama miilaan deemuu hir’isuu

ONLYBUS

ONLYBUS

ONLY

ONLY

ONLY

ONLY

ONLY

ONLYBUS

S CLOVERDALE ST

S CLOVERDALE PL

RAINIER AVE S

N

Namoota gara lamaanuu kibbaa fi kaabaa deemaniif mallattoo haaraya marfata gara bitaa kaayuu

Sarara konkolaataa ummataa (Bus) gama kaabaa fi kibbaatiin sarara haarayaan walitti fiduulanes

Mallattoo ifaa jijjiiruun nama miilaan deemu yaadachiisuu

Medhane-Alem Evangelical Church

South LakeHigh School

New StarMini Mart

WABASH AVE S

S ROSE ST

S ROSE ST

S ROSE ST

RAINIER AVE S

Ethiopian Community in

Seattle

N

Karaa miilaa ballisuu

StarNail Spa

UnionStore

Bilisee Market

MahaddaayMini Market

HamarwayneMini Market

Mallattoo konkolaataa dhaabuun hindanda’amu jedhu ifatti kaayuu

ONLY

BUS

Bakka konkolaataan ummataa (Bus) dhaabbatu banuuf karaa suphuu

S GRAHAM ST

RAINIER AVE S

46TH

AVE

S N

Gara mana barumssa jiddugaleessaa Aki Kurose Middle School

ONLY

ONLY

ONLY

ONLY

ONLY

ONLY

ONLY

BUS

ONLY

BUS

ONLY

BUS

ONLY

BUSONLY

BUS

Gara Rainier bahuun hin danda’amu

Nageenya nama miilaan qaxxaamuruutiif karaa miilaa cinaan ballisuu

Iddoo konkolaataa ummataa (Bus) fooyyessuu

Olika’iinsa caafamaa bakka buusuu

Daandii miilaa ballisuu

7-11

Sarara haaraya konkolaataa ummataa (Bus) gama kaabaa fi kibbaatiin walitti fiduu

S HOLLY ST

Southeast SeattleSenior Center

Café Avole

RAINIER AVE S

Nageenya namoota miilaan deemaniif karaa miilaa ballisuu

Karaa miilaa suphuu

N

Waan sagalee dhageesiftu tan tuqanii ittiin qaxxaamuran haala dhaqabamuu danda’uun bakka buusuu

Mallattoo dhaabbadhu jedhu iddoo qaxxaamuraatti jijjiiruu

Qaxxaamura gabaabsuu

Lafa olika’aa caafama irraa bakka bussuu

ONLYBUS

ONLYBUS

ONLY

ONLY

ONLY

ONLY

ONLY

S OTHELLO ST

RAINIER AVE S

N

Sarara konkolaataa ummataa (Bus) gama kaabaa fi kibbaatiin sarara haarayaan walitti fiduu

Karaa miilaa ballisuun akka sirritti mullatu godhuu

Mallattoo ifaa jijjiiruun nama miilaan deemu yaadachiisuu

Honest Jack's Discount Auto Parts

Seattle Cannabis Co

Los Tinos Mexican Restaurant

Valerogas station

S KENNY ST

S GRAHAM ST

Seattle Fire Station 28

Green Dot Rainier Valley Leadership Academy

M L King Jr Elementary

Graham HillElementary

South ShoreK-8 Rainier Beach

Library

Rainier BeachHigh School

S HOLLY ST

S MORGAN ST

S EDDY ST

S WILLOW ST

S CLOVERDALE ST

S KENYON ST

S ROSE ST

S ELMGROVE ST

S MYRTLE ST

S FRONTENAC ST

S OTHELLO ST

S FONTANELLE ST

S AUSTIN ST

S HOLDEN ST

39TH AVE S

42ND AVE S

44TH AVE S

46TH AVE S

51ST AVE S

55TH AVE S

57TH AVE S

ISLAND DR S

MLK JR W

AY

SEWARD PARK AVE S

RENTON

AVE S

RAINIER AVE S

RAINIER AVE S

N

2

4

South LakeHigh School

1

IBSA AGARSIIFTUU Sararrii tokko kan Konkolaataa ummataa(Bus) taha( mirga maquun ni taha) Fooyahiinsa Neighborhood Greenway kan akka karaa olikaasuu fi qaxxaamura fooyyawaa

RAINIER AVE S KENNY IRRAA HANGA HENDERSON Dhagaa afamee fi iddoo namnni miilaan qaxaamuru irratti mallattoo godhuu Mallattoo dhaabbadhu jedhu akka mullatu fooyyessuu Yeroo karaa qaxxaamuran ifaa falaqisu sarara irratti dhaabuu Yeroo mallattoo tiraafikaa ibsu fayyadamuu Hanga ariitii konkolaataa sa’aatti maayilii 25 tti gad hir’isuu

3

5

6S HENDERSON ST

DunlapElementary