Reduce your risk of coronavirus (COVID-19) – Oromo  · Web view2020. 9. 7. · 07/31/2020...

2
Balaa vaayirasiikoronaa (KOOVID-19) keessan hir’isaa Harka keessan dhiqadhaa yeroo hunda saamunaa fi bishaan gadi yaa’uun yoo xiqqaate daqiiqaawwan 20’f. Waraqaa haxooftuu (sooftii) dhaan yookin qoorsituu harkaatiin harka keessan qoorsaa. Qulqulleessituu (saanitaayizara) alkoolii irratti hundaa’e fayyadamaa kan qabiyyee alkoolii dhibbentaa 60 ol qabu. Utaalloo yookin hixxiffannaa keessan haguugaa sooftii yookin irree yookin ciqilee harka keessanii fayyadamuudhaan. Mana keessa turaa yeroo dandeessanitti. Sababoota ittiin manaa baataniif weebsaayitii (marsaritii) keenya ilaalaa. Haguuggii fuulaa uffadhaa yoo mana bahu qabdu ta’e. Hin tuqiinaa Ijaa, funyaan, afaan – yookin haguuggii fuulaa keessanis yoo uffattanii jirtu ta’e harkaan hin tuqiinaa. Gargaarsa argadhaa yoo fayyummaan sinitti hin dhagamu ta’e, GP keessan yookin toora bilbilaa gorsa vaayirasii koronaaf bilbilaa. Yoo sin dhukkube, mana keessa turaa. Qoratamaa yoo mallattoolee qabaattan ilaalamaatii isaa booda kallattiin gara manaa deemaa. Gara qorannoowwan fayyaa keessanii deemaatii yoo qorichoonnii gara mana keessaniitti siniif fidamuu danda’uu ta’e ilaalaa. Barteewwan fayyaa keessan itti fufaa sochii qaamaa, nyaata madaalawaa nyaachuu, hirriba gahaa argachuu akkasumas wal-qunnamuudhaan turuu. Araada xuuxuu dhiisaa (Toora ittisaa 137 848). Fayyaa sammuu keessanii yaadadhaa akkasumas waantota ittiin bashannantan hojjedhaa. Qabeenyota fi deeggarsa fayyaa sammuutiif weebsaayitii To receive this publication in an accessible format email Emergency Management Communications <COVID- [email protected]> Authorised and published by the Victorian Government, 1 Treasury Place, Melbourne. © State of Victoria, 29 July 2020 (2001628) v9

Transcript of Reduce your risk of coronavirus (COVID-19) – Oromo  · Web view2020. 9. 7. · 07/31/2020...

Reduce your risk of coronavirus (COVID-19) – Oromo

OFFICIAL

To receive this publication in an accessible format email Emergency Management Communications Authorised and published by the Victorian Government, 1 Treasury Place, Melbourne. © State of Victoria, 29 July 2020 (2001628) v9

Balaa vaayirasiikoronaa (KOOVID-19) keessan hir’isaa

Reduce your risk of coronavirus (COVID-19) – Oromo

Reduce your risk of coronavirus (COVID-19) – Oromo2

Harka keessan dhiqadhaa yeroo hunda saamunaa fi bishaan gadi yaa’uun yoo xiqqaate daqiiqaawwan 20’f. Waraqaa haxooftuu (sooftii) dhaan yookin qoorsituu harkaatiin harka keessan qoorsaa.

Qulqulleessituu (saanitaayizara) alkoolii irratti hundaa’e fayyadamaa kan qabiyyee alkoolii dhibbentaa 60 ol qabu.

Utaalloo yookin hixxiffannaa keessan haguugaa sooftii yookin irree yookin ciqilee harka keessanii fayyadamuudhaan.

Mana keessa turaa yeroo dandeessanitti. Sababoota ittiin manaa baataniif weebsaayitii (marsaritii) keenya ilaalaa.

Haguuggii fuulaa uffadhaa yoo mana bahu qabdu ta’e.

Hin tuqiinaa Ijaa, funyaan, afaan – yookin haguuggii fuulaa keessanis yoo uffattanii jirtu ta’e harkaan hin tuqiinaa.

Gargaarsa argadhaa yoo fayyummaan sinitti hin dhagamu ta’e, GP keessan yookin toora bilbilaa gorsa vaayirasii koronaaf bilbilaa. Yoo sin dhukkube, mana keessa turaa.

Qoratamaa yoo mallattoolee qabaattan ilaalamaatii isaa booda kallattiin gara manaa deemaa.

Gara qorannoowwan fayyaa keessanii deemaatii yoo qorichoonnii gara mana keessaniitti siniif fidamuu danda’uu ta’e ilaalaa.

Barteewwan fayyaa keessan itti fufaa sochii qaamaa, nyaata madaalawaa nyaachuu, hirriba gahaa argachuu akkasumas wal-qunnamuudhaan turuu. Araada xuuxuu dhiisaa (Toora ittisaa 137 848).

Fayyaa sammuu keessanii yaadadhaa akkasumas waantota ittiin bashannantan hojjedhaa. Qabeenyota fi deeggarsa fayyaa sammuutiif weebsaayitii (marsaritii) keenya ilaalaa.

Find out morewww.dhhs.vic.gov.au/coronavirus

For more information, call the Coronavirus hotline 1800 675 398 (24 hours) Choose option 0 for translating and interpreting servicesCall Triple Zero (000) for emergencies only