ODEEFFANNOON KUN HEEYYAMA management oromo.pdf• Baqaqaa hamma saantima qallattu kamiyyuu qaawwa...

2
BULCHIINSA FARRA MIDHAANII RAKKOOLEE FARRA MIDHAANII BIFA SALPHAA FI GAARII TA’EEN FURI; ITTISI RAKKOOLEE FARRA MIDHAANII BIFA SALPHAA FI GAARII TA’EEN FURI; ITTISI Mana keen alattis ta’ee keessatti farra midhaanii argaman kamuu gabaasi Kuni Waajjira Bulchiinsa Qabeenyaa naannoo keetti qaamanargamuun raawwatamuu qaba ODEEFFANNOON KUN HEEYYAMA Tiin Kan Dhiyaatee Dha BARARIIN NI DANDA’A FOOLIYOON NI DANDA’A HANTUUTONNINI DANDA’U • Baqaqaa hamma saantima qallattu kamiyyuu qaawwa ishee argannaan keessa dhokachuu Saa’atiitti hamma maayilii 3 (5 km/sa) fiiguu Hanga daqiiqaa 30tti bishaan jala turuu • Yeroo gororri, udaan, fi qaamonni xuraa’an qilleensa keessatti ol darbatamanitti asmii geessisuu • Jiraachuuf waan hundumaa nyaata, udaanii fi bararii kan biroo dabalatee • Maayilii 1- ½ (2 km) deemuu • Wantoota kamiinuu ciniinuun uruu • Diriiroowwan gadi sirrii jabaataa ta’e yaabuu • Ijaarsawwan jala qotuu • iskiriinii jalaan qabatee itti rarra’uu ho’a tempireechara 24˚ gaditti jiraatuu fi wal horu • ala Ujummoowwan gadi dhaabbatoo irra yaabuu • Ujummoowwan gadi dhaabbatoo 1” (3 sm) keessa foqoquu • Wantoota kamiinuu ciniinuun uruu • Fiitii 3 (91 sm) olii fi fiitii 4 (122 sm) gara fuulduraattiutaaluu • Hamma olka’iinsa fiitii 50 (15 meetira) irraa utuu hin miiidhamin gadi kufuu • Hamma fiitii 3 (91 sm) tti boolla keessa gadi qotuu • 13’’ (33 sm) ga’uuf hiixachuu • Hanga maayilii walakkaatti (1 km) daakuu • Qaboowwan bishaanii keessa gurdumuu OROMO

Transcript of ODEEFFANNOON KUN HEEYYAMA management oromo.pdf• Baqaqaa hamma saantima qallattu kamiyyuu qaawwa...

Page 1: ODEEFFANNOON KUN HEEYYAMA management oromo.pdf• Baqaqaa hamma saantima qallattu kamiyyuu qaawwa ishee argannaan keessa dhokachuu • Saa’atiitti hamma maayilii 3 (5 km/sa) ˜iguu

BULCHIINSAFARRA MIDHAANII

RAKKOOLEE FARRA MIDHAANII BIFA SALPHAA FI GAARII TA’EEN FURI; ITTISI

RAKKOOLEE FARRA MIDHAANII BIFA SALPHAA FI GAARII TA’EEN FURI; ITTISI

Mana keen alattis ta’ee keessatti farra midhaanii argaman

kamuu gabaasi

Kuni Waajjira Bulchiinsa Qabeenyaa naannoo keetti

qaamanargamuun raawwatamuu qaba

ODEEFFANNOON KUN HEEYYAMA

Tiin Kan Dhiyaatee Dha

BARARIIN NI DANDA’A

FOOLIYOON NI DANDA’A

HANTUUTONNINI DANDA’U

• Baqaqaa hamma saantimaqallattu kamiyyuu qaawwa isheeargannaan keessa dhokachuu

• Saa’atiitti hamma maayilii 3(5 km/sa) �iguu

• Hanga daqiiqaa 30tti bishaan jalaturuu

• Yeroo gororri, udaan, � qaamonnixuraa’an qilleensa keessatti oldarbatamanitti asmii geessisuu

• Jiraachuuf waan hundumaa nyaata,udaanii � bararii kan biroo dabalatee

• Maayilii 1- ½ (2 km) deemuu• Wantoota kamiinuu ciniinuun uruu• Diriiroowwan gadi sirrii jabaataa

ta’e yaabuu• Ijaarsawwan jala qotuu• iskiriinii jalaan qabatee itti rarra’uu• ho’a tempireechara 24˚ gaditti

jiraatuu � wal horu

• ala Ujummoowwan gadidhaabbatoo irra yaabuu

• Ujummoowwan gadi dhaabbatoo1” (3 sm) keessa foqoquu

• Wantoota kamiinuu ciniinuun uruu• Fiitii 3 (91 sm) olii � �itii 4 (122 sm)

gara fuulduraattiutaaluu• Hamma olka’iinsa �itii 50 (15

meetira) irraa utuu hin miiidhamingadi kufuu

• Hamma �itii 3 (91 sm) tti boollakeessa gadi qotuu

• 13’’ (33 sm) ga’uuf hiixachuu• Hanga maayilii walakkaatti (1 km)

daakuu• Qaboowwan bishaanii keessa

gurdumuu

OROMO

Page 2: ODEEFFANNOON KUN HEEYYAMA management oromo.pdf• Baqaqaa hamma saantima qallattu kamiyyuu qaawwa ishee argannaan keessa dhokachuu • Saa’atiitti hamma maayilii 3 (5 km/sa) ˜iguu

Farreen midhaanii waan nyaatanitti � karaa salphaan mana keessan seenuu danda’utti

harkifamu. Tusaalayaasha qaar waxaa kamid ah:

Fakkeenyonni muraasni:

FARRA MIDHAANII QABAA?

Farri midhaanii beekamaan naannoo keenyaa Bararii Jarman, fooliyoo � hantuuta manaati.

Kan armaan gadii suuraawwan � udaan isaan dhiisani.

FARREEN MIDHAANII MAAL FAKKAATU?

AKKAMIINAN ISAAN DHORKA?

BARARII JARMAN

FOOLIYOO HANTUUTA

Kubbaa qal’oo, sanyii ruuzii baay’ee xiqqoo buna fakkaatu

Buna lafaa yookiin qaaraa gurraacha fakkaatti

LEAKS:

• Attracts insects, rodentsand promotes mold growth androt

SOORTOTA SINBIRAA WAAN BITTINNAA’E

SEENSA SALPHAACOBAWWAN

KOSII UDAAN SAREE

RODENTENTRYPOINTS

SEENSAA CUFI

BUUFATA BAIYITII GABATEE HAPHEE

DHUKKEEWWAN QULQULLEESSUU

GADI HIN FACAASIN

Yoo bararii, fooliyoo, yookiin hantuuta naannoo keetti argite, maalooda�itoo waajjira bulchiinsaa

beeksisuun weerara caalmaa dhoowwaa.

Farreen midhaanii to’achuuf keemikaalota nama miidhaaniin ala fayyadamuun barbaachisaadha.

Kan gorsinus:

BARMAATILEE QULQULLUUMMAA

• Dhangala’oo da�i qulqulleessi• Waan bittinaa’ee jiru funaani• Nyaata qodaa sirritti saamsamaa keessa kaa’i• Nyaata hin qisaasessin• Kosii qaboowwan qadaadaman keessa kaa’I akkasumas yeroo hunda duuwwaa godhi• ujummoowwan � cobawwan biroo suphi• Baqaqaa � boolla duuchi