Muzaa Akko - Global Storybooks · 2019-01-03 · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi...

12
Muzaa Akko Muzaa Akko Ursula Nafula Catherine Groenewald Demoze Degefa oromo nivå 4

Transcript of Muzaa Akko - Global Storybooks · 2019-01-03 · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi...

Page 1: Muzaa Akko - Global Storybooks · 2019-01-03 · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle

Muzaa AkkoMuzaa Akko

Ursula Nafula Catherine Groenewald Demoze Degefa oromo nivå 4

Page 2: Muzaa Akko - Global Storybooks · 2019-01-03 · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle

Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fiboqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaakanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulleana akka sirritti najalatu nanbeeka. Ana yeroobayee gara mana isheeti naaferiti. Icciti xinnosnatti himitee jirti. Iciittin tokko garu nijira kanisheen natti hinhimini. innis;” Muzaa akka issaargatudha.”

2

Page 3: Muzaa Akko - Global Storybooks · 2019-01-03 · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle

Gaftokko kircaata gudda tokko mana akko kiyyaduratin arge. Yeroon fayidaa isaa gafadhu,deebiin isheedha; “Kircaata falfalati,” nanajette.Kircaata sanati anna balaa muzaa bayee tu ture.Waansa baruun barbadee, “Akko balli kunmalsigodhaa?” jedheen gafadhe. Deebin aniargadhe: “Isaan kun balaa falfalati.”

3

Page 4: Muzaa Akko - Global Storybooks · 2019-01-03 · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle

Akko, muzaa, bala muzaa, fi Kircaata magraailaalu bayee gemechisaadha. Garu akkonwabalesse jennan gara harmee koti na’ergite.”Akko me yeroo ati qophesitu ya ilaalu….” “Dubbinamani sinjedhu dhagahi akkan ani sinjedhegodhi” Jete didde akkon. Anis figeen demee.

4

Page 5: Muzaa Akko - Global Storybooks · 2019-01-03 · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle

Yeroon debi’uu akkon ala qofaa ishee techi.“Akko kircaani esssa, muzuni ho?” Deebin isheegaru, “Hundi isani lafa falfala kiyya jiran.” Bayeenama aarsa.

5

Page 6: Muzaa Akko - Global Storybooks · 2019-01-03 · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle

Guyyaa lama booda akkon ulee ishee manacisiicha isheeti akkan fidhuf nagafate. Akkumanmana seenen foliin muzaa bilchaata na hawwate.Gara boroo kessa immo Kircaani marga akkokootii nimuldhata. Uffata halkani duloomadhamaramee jira. Olkaseen folii hawwataa sanadhamdhamee.

6

Page 7: Muzaa Akko - Global Storybooks · 2019-01-03 · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle

Sagaleen akko kiyya nanaasise yeroo isheen“Mala gootaa,” nanajete. “Dafi ulee sana nafidi,”nanjete. Anis dafeen ulee ishee fidef. “Mafkolfitaa” jette nagafate. Gaffin ishee akkan wa’eefalfal ishee kananti akkan kolfuu nayadachisee.

7

Page 8: Muzaa Akko - Global Storybooks · 2019-01-03 · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle

Guyyaa itti aanu yeroo akko harmee koo ilaaludhufte, gara mana ishee figeen akka muzaan sunibilchatee ilaale. Muzaan bilchaate bayeen argee.Tokko fundheen wandaboo ko kessa kayyadhe.Eegan Kircaata uffisee gara alaa baheen muzaanyaadhe. Bayee mi’aawaa ture.

8

Page 9: Muzaa Akko - Global Storybooks · 2019-01-03 · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle

Guyyaa itti aanu yeroo akkoon oddo kessahojjattu, ani suuts jedheen, muzaa fudheenquchisee. Hundi isaanitu bilchataniru. Afaraanisaani fudheen sokkee. Suuta jedhe gara balbalaadeemurree sagalee akko nanadhagah ture.Akkuma ta’eeti muzaa dhoksee gara allati gadibahee.

9

Page 10: Muzaa Akko - Global Storybooks · 2019-01-03 · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle

Guyyaan itti aanu guyyaa gaba’a ture. Akkonganamaan kaate. Yeroo hundaa muzaanilchaatafi Kazava gara gabbati kessitee gurgurti.Guyyaa sana ishee argudhaf hinmuddamne. Garuishee malee yeroo bayee jirachu hindanda’u.

10

Page 11: Muzaa Akko - Global Storybooks · 2019-01-03 · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle

Galgaltu guyyaa sana abbaa, harmee kotifi akkokotinin wamame. Malif akka ta’e bareen ture.Galgala sana yeroon rafu lammata akkanwaantokko illee hinhanne bareen nama tokkoirrayu.

11

Page 12: Muzaa Akko - Global Storybooks · 2019-01-03 · Oddoon akko dansaa dha. Mashiilaa, kaazzava fi boqqollo ofirra qaba. keesaa bayee dansaa kanture muzaa. Akkoo akakile bayee qaabatulle

Barnebøker for NorgeBarnebøker for Norgebarneboker.no

Muzaa AkkoMuzaa AkkoSkrevet av: Ursula Nafula

Illustret av: Catherine GroenewaldOversatt av: Demoze Degefa

Denne fortellingen kommer fra African Storybook (africanstorybook.org) og ervidereformidlet av Barnebøker for Norge (barneboker.no), som tilbyr barnebøkerpå mange språk som snakkes i Norge.

Dette verket er lisensiert under en Creative Commons Navngivelse 3.0 Internasjonal Lisens.