MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa...

18
Magozee Magozee Lesley Koyi Wiehan de Jager Demoze Degefa oromo nivå 5

Transcript of MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa...

Page 1: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

MagozeeMagozee

Lesley Koyi Wiehan de Jager Demoze Degefa oromo nivå 5

Page 2: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Magaala Nyiroobii irraa fagooti ijooleen manadhabiyyin manaan ala jiraata turan. Guyyaamaraa akkuma dhufite kessumessu. Guyyaaganama tokko ijooleen kun afaa irra rafanii bulanmarachu jalqaban. Akka isaaniti hinqorrinee waangaragaraa boobesanii o’ifatu. Magozeen gareeijoole kana kessa namtokko dha. Magozeenisumriidhan isa xiqqa ture.

2

Page 3: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Yeroo matiin isaa du’u Magozee waggaa shanqofa ture. Magozeenis essumaa isa wajjiiinjirachuf bira dhaqee. Namni kuni garauu mucaakanaf bayee hindhimamnee. Magozeedhaf nyataagahaa hinkenninef. Mucichi garu hojii bayee akkahojaatu godhe.

3

Page 4: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Yeroo Magozee gaafi kasuu essumina isa isatumaa. Yeroo immo Magozeen gara manabarnoota nandeema jedhe gaafatu, essumini isaaakan jedhe: “Bayee raata’a waan tateef barumsisif galu hindanda’u.” Wagga sadi booda Magozeemana essuma isa dhisee deeme. Daandi gubbajirachu calqabee.

4

Page 5: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Jiruun dandii gubba hamaa ture. Ijooleen waannyaatan argachuuf bayee dhama’aa turan. Ijollenkun yeroo tokko tokko nihidhaamu, nitumaamus.Yeroo dhibaman namni isaan gargaruu hinturre.Gareen kuni kan jiraatu mallaqa kadhaafimeshaale xixinno gurguratuuni. Jireenya isaaniirra caala kan hammesse waldhanis gareen kunigaree biraa wajjiin qabudha.

5

Page 6: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Guyyaa tokko Magozee yeroo qawwaa balfa kessayeroo ilaalu kitaaba senaa duloomaa tokkoargate. Kitaabicha qulqullesse keeshaa isa kessagodhate. Guyyaa sana irra caalqabee kitaabichabanee suraawan adda adda ilaala ture. Kitaabichaakka itti dubbisu hinbeeku ture.

6

Page 7: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Suuraawan sun wa’ee mucaa paylata ta’uf fedhiiqabu akkamit akka guddate agarsiisa.Magazeenis paylata ta’uf yaddan balali’ee. Yerootokko tokko akkan mucaa seenaa sanati of ilaala,

7

Page 8: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Guyyaan bayee qorraa dha yeroo Magazeeenkara gubba dhabate kadhatu. Namni tokko ittikiiqee akan jedheen,” Ashamaa, ani Tomaasjedham. Ani lafa ati waan nyaatu argatutaanhojadha.” Namni kunis karkaan gara mana kellookan gubbaan isaa dokiyyee ta’ee it agarsisee.”Bakka mana sana dhaqtee akka nyaata argatuabdiin qaba?” jedhe gafatee. Magazzenis yerootokko gara manichaa yeroo biraa immo garanamichaa ilaale. “Akka tasa,” jedhe garamannicha deeme.

8

Page 9: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Ji’oota ittiaanan kessatti manadhabeyyni kunTomaasni walarguu cimsanii qaban. Innis immonamoota wajjiin kessaahu namoota karaa gubbaajirataniin hasa’u jallata. Senaa namootadhaggefachu jallata. Tomaas nama amala gariiqabuufi nama namaa tufatu mit. Ijoolen tokkotokko gara guyyaa walakaa irrati gara manakelloo fi doqiyoo sana deemudhan waan nyataanargatan.

9

Page 10: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Yeroo Tomaas dhufee Magozee bira ta’uMagozeen immo kitaaba dubbisa ture. Tomaasakkan jedhe isa gafate, “Seenaa malii dubsitaa?”“Wa’ee mucaa paylata ta’eeti” jedhene Magozee.Tomaas, “Maqaa isaa enyuu jedhe gaafate?”“Anni himbekku, dubbisu hindanda’u,” jedheMagozeen.

10

Page 11: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Yeroo walqunnaman Magozee seenaa mataa isaaTomaasiti himuu calaqabee. Seenaan isaas wa’eeessuma isaatif akka inni itti mana baheeilaalchisee ture. Tomaas bayee hindubbanneswaan Magozeen godhuu qabuus itti hinmnee.Yeroo tokko tokko manaa nyataa kelloo sanaakessati hasa’u.

11

Page 12: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Woggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaabaseenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaabadiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaata’eedha. Tomaasis seenaa kana yeroo bayeedubbiseef, akkan jedheen, Amma yeroo ati manabarmusaa dhaqixee dubbisufi barressubarrachuu qabdu dha. Mal yaddaa jedheegafatee?” Tomaasis lafaa ijoolen itti dhaqxeebarattu itti ibsee.

12

Page 13: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Magozeenis wa’ee iddoo hara’a kana fi wa’eegara mana barnoota deemu ittiyada ture. Yoowanti essumni isaa jedhe sirri ta’e garuu innibarachuu hodadhabee? Yoo lafa hara’a kanatiissa rukutan? Bayee sodaate. “Gara gubba jirachuwayya ta’a jedhe yaade.”

13

Page 14: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Sodaa isas Tomaasit himee. Yeroo dheera boodaTomaas jiruun lafa hara’a kanati mishaa akka ta’uitti hime.

14

Page 15: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Haaluma kanan Magozeen lafa hara’a sanadhaqee mana doqiyye sana kessa gale. Namootalama wajjiin kutaa tokko kessaa walwajjiin jiratan.walmaa galatti ijoolee 10 mana sana kessa gala.Anitee, sisii fi abbaa manaa ishee, saree 3 fiaddurre tokko fi ra’ee dullooma taokko manasana kessa gala.

15

Page 16: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Magozeen barmusaa calqabee garu barmusi itticimee. Bayee dubati hafee ture. Yeroo tokkotokko dhisulee yaada. Garuu wa’ee paylata fitaphaata kubbaa milaa yeroo yaddu immo yadaisaa jijjira. Mana barmusaa kessaa hinbanee.

16

Page 17: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Magozeen oddoo kessa ta’ee kitaabaa manamagarisaa irra argatee san dubbisaa. Tomaasdhufee mal godhaa jirta jedhe isa gafate. “Wa’eemal dubistaa?” “Wa’ee mucaa barsiisaa ta’eti,”jedhe Magozeen. “Maqaan mucaa sani enyuudha?” jedhe Tomaas. “Maqaan isaa, Magozee,”jedhama.

17

Page 18: MagozeeWoggaa kurnaffa Magozee irrati, Tomaas kitaaba seenaa tokko kennef. Kitaabichis wa’ee mucaa badiyya tokko kan guddate taphaata kubba milaa ta’eedha. Tomaasis seenaa …

Barnebøker for NorgeBarnebøker for Norgebarneboker.no

MagozeeMagozeeSkrevet av: Lesley Koyi

Illustret av: Wiehan de JagerOversatt av: Demoze Degefa

Denne fortellingen kommer fra African Storybook (africanstorybook.org) og ervidereformidlet av Barnebøker for Norge (barneboker.no), som tilbyr barnebøkerpå mange språk som snakkes i Norge.

Dette verket er lisensiert under en Creative Commons Navngivelse 4.0 Internasjonal Lisens.