Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

38
Cheeklistii hordoffii fi deeggarsaa hojii misoomaa Ji’a waxabbajjii 1. Hojii Pirojeektii Ilaalchisee Pirojeektoota ijaarsaa PCDP fi PSNP hojii hirmaannaa uummataa hin xumuramin xumursiisuu(dhakaa,maansa fi bishaan bakka barbaachissutti) Hojii hirmaannaa uummataa hojii haroo cimsuu irratti hojjachuu Meeshaalee ijaarsaa hanqinni jiru sakata’uun koree bittaa gandaa kakkaasuun akka dhiyaatan taasisuu Koree bittaa mallaqi hin kukuffifamin irra jiru akka ofirraa kuffisan taasisuu Haala waliigalaa pirojeektiin hundi irra jiran yeroo yeroon hordofuun hanqinnaa fi jijjiirama jiru gabaasuu Hordoffii hojii ijaarsa pirojektii MDG naannoon hojjatamanii taasisuun gabaasuu 2. Hojii Qonnaa ilaalchisee Karooraa hojii misoomaa kan bara 2005 nama dhunfaarraa hanga gandaatti qophaa’ee hojiitti akka galamuu taasisuun gabaasuu Lafa qonnaa kan faca’ee karooraa fi raawwii gosa Midhaaniitiin addaan ba’ee Horsiisa horii bifa ammayya’een raawwachuu/raawwachiisuu Hojii misooma Sulula yeroo bonaa hojjataman kunuunsuu Hojii marga Tuulachuu hojjachuu/hojjachiisuu Madaallii hojii Gandaa hanga H/ bulaa dhunfaa geeggessuu Haala fayyaa beeyiladaa yeroo yeroon hordofuu Haala omishni irraa jiruu hordofuu Hojii kuduraa fi muduraa cimsuu fi haala isaan irra jiran hordofuu Kunuunsa biqiltuu dhaabbamee taasisuu Midhaan gargaarsaa seeraan akka uummata bira gahaaniif kaan hordofuun rakkoo jirtu sirreessuun gabaasuu 3. Hojii barnootaa Ilaalchisee Hojii barnoota idilee haala gaariin deemaa jiraachuu isaa hordofuu Sirna cufama banneen barnootaa irratti uummanni akka hirmaatuudamaqinaan hojjachuu fi hordofuu Karoorrii barattoota bara 2005 mana barumsaa galuu qabanii qophaa’ee ijjoollee galmeessuun akka eegalamuu taasisuu Qorannoo barnoota sadarkaa manneen barootaatti geeggeffamaa jiruu deeggaruu fi hordofuu

Transcript of Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Page 1: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Cheeklistii hordoffii fi deeggarsaa hojii misoomaa Ji’a waxabbajjii

1. Hojii Pirojeektii Ilaalchisee Pirojeektoota ijaarsaa PCDP fi PSNP hojii hirmaannaa uummataa hin xumuramin

xumursiisuu(dhakaa,maansa fi bishaan bakka barbaachissutti) Hojii hirmaannaa uummataa hojii haroo cimsuu irratti hojjachuu Meeshaalee ijaarsaa hanqinni jiru sakata’uun koree bittaa gandaa kakkaasuun akka dhiyaatan

taasisuu Koree bittaa mallaqi hin kukuffifamin irra jiru akka ofirraa kuffisan taasisuu Haala waliigalaa pirojeektiin hundi irra jiran yeroo yeroon hordofuun hanqinnaa fi jijjiirama jiru

gabaasuu Hordoffii hojii ijaarsa pirojektii MDG naannoon hojjatamanii taasisuun gabaasuu

2. Hojii Qonnaa ilaalchisee Karooraa hojii misoomaa kan bara 2005 nama dhunfaarraa hanga gandaatti qophaa’ee hojiitti

akka galamuu taasisuun gabaasuu Lafa qonnaa kan faca’ee karooraa fi raawwii gosa Midhaaniitiin addaan ba’ee Horsiisa horii bifa ammayya’een raawwachuu/raawwachiisuu Hojii misooma Sulula yeroo bonaa hojjataman kunuunsuu Hojii marga Tuulachuu hojjachuu/hojjachiisuu Madaallii hojii Gandaa hanga H/ bulaa dhunfaa geeggessuu Haala fayyaa beeyiladaa yeroo yeroon hordofuu Haala omishni irraa jiruu hordofuu Hojii kuduraa fi muduraa cimsuu fi haala isaan irra jiran hordofuu Kunuunsa biqiltuu dhaabbamee taasisuu Midhaan gargaarsaa seeraan akka uummata bira gahaaniif kaan hordofuun rakkoo jirtu

sirreessuun gabaasuu3. Hojii barnootaa Ilaalchisee

Hojii barnoota idilee haala gaariin deemaa jiraachuu isaa hordofuu Sirna cufama banneen barnootaa irratti uummanni akka hirmaatuudamaqinaan hojjachuu fi

hordofuu Karoorrii barattoota bara 2005 mana barumsaa galuu qabanii qophaa’ee ijjoollee galmeessuun

akka eegalamuu taasisuu Qorannoo barnoota sadarkaa manneen barootaatti geeggeffamaa jiruu deeggaruu fi hordofuu Kitaabnii maanneen barattoottaa hundii akka barattootaa rabsamuu taasisuu fi hordofuu Raayyaa misoomaa barnootaa sochii keessa jiraachuu isaanii hordofuu fi kakkaasuu Hojii barnoota ga’eessotaa gocha irratti xiyyeeffate(BGGX) jalaqabamee cimsuu fi kan jala hin

qabamin jalaqabsiisuun hordofuu Hojiin xumura barnootaa bara 2004 haala gaariin akka raawwatamu hordofuu fi deeggaruu Barsiisonnii fi barattooti yeroo boqonnaa isaanii akka hojii barnoota bu’uuraa irratti hirmaatanii

barsiisaan mariyachiisuun qopheessuu Barnoonni ga’eessota gochaa irratti xiyyeeffate Yeroo mani barumsaa cufamu akka addaan hin

cinneef haala mijjeessuu4. Hojii Fayyaa Ilaalchisee

Hojii rakkoo leenjii kanaan dura kennamee fi ijaarsaa raayyaa misoomaa dame dubartootaa sirreessuu ciminnaa fi kutannoon hojjachuu/hojjachiisuu

Page 2: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Raayyaa misoomaa dame dubartootaa Karoora hojii haala qabatamaa gandaa ,garee fi olla isaanii akka baafatanii taasisuu

Iskeletonii ijaarsaa duraanii ganda irra jiruu qorachuun boodarratti hoggansa 1:5 waliin haala waliigalaa leenjii fi ijaarsa duraanii qorachuun yeroo dhumaaf sirreessuun ijaarsa horsiisee bulaa maraa waliin wali simsiisuu

Raayyaa misoomaa dame dubartootaa sochii qabatamaa hojii paakeekeejii fayyaa keessa galchuu Rakkoo leenjii fi ijaarsaa dame dubartootaa hanga waxa. 15/10/2004 tti harcaatii tokkoo malee

xumuruu Rakkoo ilaalchaa naannoo itti fayyadama ‘Plumpynet’ fi Bishaan gaarii sirreessuun akka itti

fayyadaman taasisuu irratti ciminnaan hojjachuu Ittisa dhibee irratti ciminnaan akka hojjatamuu hordofuu fi deeggaruu

5. Hojii daandii baadiyaa ilaalchisee Mallaqni buusii daandii kan hojjattootaa mootummaa magaalaa fi baadiyaalleen irraa citu hundi

ji’oottan ADOOLESSAA FI HAGAYYAA QOFA keessatti akka galii ta’ee xumuramuu taasisuu fi haalaa barbaachisuu hundaa mijeessuu ,hordofuu, deeggaruu

Hojii hirmaannaa uummataa humnaan taasifamu akka yeroon xumuramuu ciminaan irratti hojjachuu(Gandoota 7 karaan keessa ba’uuf)

Hirmaannaa uummata mallaqaan taasifamu hanga wax. 30/2004 tti akka xumuramee galii ta’uu ciminnaan irratti hojjachuu

Hojii daandii hojjatamuu ciminnaan hordofuun haala inni irra jiru gabaasuu6. Hojii IMX ilaalchisee

Waldaalee hawaasaa duraan ijaarraman haalaa isaan irra jiran hordofuun cimsuu (waldaa H/Bulaa,Dubartootaa,Mirgaa,liigotaa,federeshiinotaa fi kkf)

Waaldaalee dargaggoo fi dubartootaa sulula irratti ijaarraman cimisuu fi jajjabeessuu Hojii dhabeeyyii gandaa keessa jiran galmeessuu sadarkaa barnootaa isaaniitiin Liqee IMX ,Hawaasummaa fi Waabii nyaataa deebiyuu qabuu hanga waxabajjii 30/10/2004 tti

ciminnaan irratti hojjachuun galii taasisiisuu Waldaalee IMX baasii fi baasii malee ijaarraman sochii isaanii hordofuu fi cimsuu

7. Hojii Dhaabaa ilaalchisee Waltajjii idilee akka idilaa’uu taasisuu(Marii hoggansa sadarkaa sadarkaan

jiruu ,qayyabannaa,marii seelii fi hundee fi kkf) Sochii hojii liigii dargaggoo fi dubartootaa fi federeeshiinii cimisuun hordofuu Karoora miseensa bara 2005 baafachiisuun gabaasuu Sochii hojii seelii fi hundee cimsuu irratti ciminnaan hojjachuu Ga’uumsa siyaasa miseensa keenyaa cimsuu irratti ciminnaan hojjachuu Fayyuummaa ilaalcha miseensaa irratti ciminnaan hojjachuu Ilaalchota farra sirna keenyaa kan Amantaan walqabatee cabsuu irratti hojjachuu Madaallii miseensaa,seelii fi hundee raawwachuu

Galii dhaabaa duguuganii galchuu

Tl Maqaa Gandaa Baayinna Buusii Gaazexa dhaabaa Gaazexaa DVD

Page 3: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

miseensa Gandaa

Mootummaakaffalme

haftee kaffalme haftee kaffalme haftee kaffalme haftee

1 01 228 154 336 - 146 -2 02 206 54 - 336 - 1463 Arbalee 306 290 2 336 - 146 -4 Sh/barree 329 181 33 - 336 - 1465 Qabbanaawaa 370 227 336 - 146 -6 M/Miigoo 320 226 202 134 146 -7 Caamuqi 322 278 336 - - 1468 Malab 230 207 23 336 - 146 -9 X/Maddoo 347 119 300 36 - 14610 L/sure 342 197 36 169 167 146 -11 Beedee 330 223 - 336 - 14612 Buuladi 307 200 - 336 - 14613 Danbii 398 338 30 336 - 146 -14 Bokkolaa 435 275 3 336 - - 14615 Tuqaa 297 137 44 121 215 - 14616 M/Amboo 250 204 336 - 146 -17 Argannee 315 127 55 336 - 146 -18 Maddoo 328 206 47 306 30 146 -19 Goofa 293 230 63 336 - - 14620 Guchii 270 270 336 - - 146

8. Hojii Nageenyaa ilaalchisee Haala sochii diinaa fi seelii isaa damaqinnaan hordofuu Seelii diinaa garee 1:5 irraa kaasee akka saxilamuu ciminaan irratti hojjachuun gabaasuu Hidhataan gandaa damaqinaan sochii diinaa hordofuun akka to’atu taasisuu Sochii Diinii ykn humnoonni dhiphootaa Amantaa harka keessa galfattee taasisaan damaqinnaan

hordofuun cabsuu Ilaalcha dogogoraa lafa daangessuun wali qabatee jiru kutannoon irratti qabsaa’uun sirreessuu Mallattoolee walitti bu’iinsa uummataa uumani kan akka Hannaa horii fi walidhabbii marraa fi

bishaan irraa damaqinnan hordofuun sirreessuu9. Bishaanii fi Albuudaa ilaalchisee

Qabeenyaa albuudaa fi bishaanii dhumatoo (non renewable) ta’an qusannoo fi of-eeggannoon fi seeraan uummanni akka itti fayyadamuu taasisuu fi hordofuu

Bishaan Haroolee,Bonbaa,Soolaarii,Eelaa,Maddoo fi lagaa seera qofaan akka itti fayyadamani taasisuu

unka 1. Oorneelii Xiqqaa hoggansa Leenjii geeggesummaa G/G bara 2004 E.C Marsaa 1ffaa leenji’an

Tl Maqaa guutuu

Saal

a

Um

rii

Iddoo dhalootaIddoo jireenyaa Sad.barn

otaI/gaafatamummaa

Iddoo duran itti leenji’e

Bara qabsoo

God

ina

Aana

a

Gan

da

God

ina

Aana

a

Gan

da

1 Ibrahim Eedin

Page 4: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

2 Baggajjaa Morgee Dhi 31 Boran Dilo Dilo Boran Moyale 01 Digrii I/G W/dhaabaa Boqojjii 19973 Diida waariyoo Dhi 36 Boran Dire dubuluq Boran Moyale 01 Dipp I/G w/BLEN “ 19974 Abdilaziz Alii Dhi 31 Boran Moyale 02 Boran Moyale 02 Digri I/A W/MMD “ 19975 Abdi Aloo Dhi 28 Boran Dire 01 Boran Moyale 01 Digri I/G siyaasa “ 19976 Alii xachee Dhi 26 Boran Arero Horoto Boran Moyale Camuq Dipp I/G Isp.dargago “ 19977 Xuruwarqi

kabbadaaDha 38 Boran Boore Ir/mud Boran Moyale 01 Dipp I/G dhi. Dub.fi

da’imani“ 1997

Unka 2. Oorneelii Xiqqaa hoggansa Leenjii geeggesummaa G/G bara 2004 E.C Marsaa 2ffaa leenji’an

Tl Maqaa guutuuSa

ala

Um

rii

Iddoo dhalootaIddoo jireenyaa Sad.b

arnota

I/gaafatamummaa

Iddoo duran itti leenji’e

God

ina

Aana

a

Gan

da

God

ina

Aana

a

Gan

da

1 Diida Boruu Dhi 34 Boran Miyo Baha Boran Moyal Sh/bare 8 I/A siyaasaa Boqojjii2 Abdirqadir Godaanaa Dhi 33 Boran Moyale Sh/bare Boran Moyale Sh/bare 9 I/A Ijaarsa Boqojjii3 Darmii Areeroo Dub 35 Boran Miyo Teesso Boran Moyale 01 12+1 I/G SSBG Boqojjii4 Galma Guyyoo Dhi 24 Boran Moyale Sh/bare Boran Moyale Sh/bare Dipp I/A isp.fi darg Boqojjii5 Mahamadnuur gabaabaa Dhi 34 Boran Moyale Beede Boran Moyale Arbale 10 I/G kom.Motum Boqojjii6 Gannat Baqqalaa Dub 39 Boran Moyale 02 Boran Moyale 02 Dipp I/G MMD Adama7 Areeroo Moluu Dhi 33 Boran Moyale Mado Boran Moyale 01 10 I/A IMX Adama8 Jaldeessa Galmaa dhi 30 Boran Moyale Danbi Boran Moyale 01 Dipp I/G Ijaarsaa Boqojji9 Guyyoo Waariyo Dhi 38 Boran Moyale Danbi Boran Moyale 01 10 Bulchaa Aanaa Boqojji

Unka 3 Oorneelii Xiqqaa hoggansa Leenjii geeggesummaa G/G bara 2004 E.C Marsaa 3ffaa leenji’uuf qophaa’an

Tl Maqaa guutuu

Saal

a

Um

rii

Iddoo dhalootaIddoo jireenyaa Sad.bar

notaI/gaafatamummaa Iddoo

itti leenji’e

God

ina

Aana

a

Gan

da

God

ina

Aana

a

Gan

da

1 Abbat Alamuu Dhi 24 Boran Moyale 01 Boran Moyale 01 Digri I/G w/Fayyaa -2 Kiyyaa Gubbee3 Dahaaboo Abdirqadir Dub 32 Boran Yabalo 01 Boran Moyale 02 Digri I/G IMX -4 Culuqqee Godaanaa Dhi 30 Boran Yabalo Dubuluq Boran Moyale 01 Dipp I/A BLEN -5 Hani Kabbadaa Dub 27 Boran Yabalo 01 Boran Moyale 01 dipp I/A

dhi.Dub.da’imani-

6 Shoobaa Abdallaa Dhi 30 Boran Moyale Sh/bare Boran Moyale Sh/bare Dipp I/G Barnota -7 Jaarsoo Liiban Dhi 33 Boran Moyale Maddo Boran Moyale Arbale 8 I/G daandii bad. -8 Mitikkuu Taaddessee Dhi 53 Boran Miyo Tesso Boran Moyale 02 Digri I/G w/Bulchiinsa -

Tiqidem Ayyelee Du 27 Boran Liban 04 Boran Moyale 02 Digrii I/G dhi.Haw -Unka 4 Oorneelii Xiqqaa hoggansa Leenjii geeggesummaa G/G bara 2004 E.C. hin leenji’in

Tl Maqaa guutuu

Sa U Iddoo dhalootaIddoo jireenyaa Sad.barn

otaI/gaafatamumma

Iddoo itti

Page 5: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

ala

mrii

a leenji’e

God

ina

Aana

a

Gan

da

God

ina

Aana

a

Gan

da

1 Dooyyoo Arbooraa Dhi 35 Boran Yabalo Surupha Boran Moyale 02 Dipp I/A Hor.bula -2 Garboolee Waaqoo Dhi 36 Boran Dire Dhoqole Boran Moyale 01 10+3 I/A Kom.Mootu. -3 Aadan waariyoo Dhi 26 Boran Moyale 01 Boran Moyale 01 Dipp I/A Bishaan Bad. -4 Isaaqi Boruu Dhi 42 Boran bora 01 Boran Moyale 01 8 I/A Afi-ya’ii -5 Jaatani Guyyoo Dhi 59 Boran Moyale Saphante Boran Moyale Sh/bare 12+1 I/G Af –ya’ii -6 Baharnesh Lammaa Dub 27 Boran Yabalo 02 Boran Moyale 02 Digrii I/G liigii Dubarti -7 Mahamad Annoo Dhi 39 Boran Yabalo 02 Boran Moyale 02 Digrii I/G Hor.Bulaa -8 Boruu Jaarsoo Dhi 36 Boran Moyale O2 Boran Moyale 02 Digrii I/G W/Haqaa -9 Hassan Mallichaa Dhi 28 Boran Dire 01 Boran Moyale 01 Dipp I/A Bul.Magaala -10 Sisaay Baggajjaa Dhi 24 Boran Dire 01 Boran Moyal 01 Dipp I/A fayyaa -11 Tsegayee Destaa Dhi 37 Boran Miyo 01 Boran Moyale 02 Dipp I/A barnotaa -12 Abduba Wario Dhi 45 Boran Miyo h/babo Boran Moyale Sh/bare 10+1 I/G Bul.Nageeny -

Unka 5.Oorneelii Xiqqaa I/Gaafatamtoota waajjira Leenjii geeggesummaa G/G bara 2004 E.C hin leenji’in

Tl

Maqaa guutuu

Saal

a

Um

rii

Iddoo dhalootaIddoo jireenyaa Sad.b

arnota

I/gaafatamummaa

Iddoo itti leenji’e

God

ina

Aana

a

Gan

da

God

ina

Aana

a

Gan

da1 Shibbiruu G/Tsaadiq2 Mallicha Boruu Dhi 34 Boran Dire Gorile Boran Moyale 01 Digrii I/G w/Inv’t -3 Godaanaa Huqqaa4 Mesfiin Alamayyoo Dhi 30 Arsi Dikisa Bula Boran Moyale 02 10+3 I/G WHGamt -5 Rooba Boruu Dhi 29 Boran Moyale Danbi Boran Moyale 01 Dipp I/A WHGamt -6 Efreem Omboshoo8 Yohannis Boruu Dhi 30 Boran Dire 01 Boran Moyale 01 12+1 I/G w/Aadaa fi

Turi.-

9 Alamuu Wondimuu Dhi 43 Boran Miyo H/loba Boran Moyale 02 Digrii I/G BLTO -

Page 6: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Unka 6.Oorneelii Xiqqaa ogeeyyii miseensa adda duree waajjiraalee Leenjii geeggesummaa G/G bara 2004 E.C hin leenji’in

Tl Maqaa guutuu

Saal

a

Um

rii

Iddoo dhalootaIddoo jireenyaa Sad.barn

otaI/gaafatamummaa

Iddoo duran itti leenji’e

Bara qabsoo

God

ina

Aana

a

Gan

da

God

ina

Aana

a

Gan

da

1 Dhibaa Soraa2 Galma Jaarsoo3 Eedin Maammoo4 Garramuu Kindee5 Abdii Guyyoo6 Galgaloo Guyyoo7 Angaasaa Nigaatuu8 Nuuradiin Idiris9 Halkano10 Daanyachoo kaasaa11

Orneelii Hogansa Hoggansummaan itti fufuu hin qabnee kan A/Mooyyalee

Tl Maqaa guutuu

Saal

a

Um

rii

Iddoo dhalootaIddoo jireenyaa Sad.barn

otaI/gaafatamummaa

Iddoo duran itti leenji’e

Bara qabsoo

God

ina

Aana

a

Gan

da

God

ina

Aana

a

Gan

da

1 Dooyyoo Arbooraa Dhi 35 Boran Yabalo Surupha Boran Moyale 02 Dipp I/A Hor.bula - 19972 Garboolee Waaqoo Dhi 36 Boran Dire Dhoqole Boran Moyale 01 10+3 I/A

Kom.Mootu.- 1990

3 Aadan waariyoo Dhi 26 Boran Moyale

01 Boran Moyale 01 Dipp I/A Bishaan Bad.

- 1997

4 Tsegayee Destaa Dhi 37 Boran Miyo 01 Boran Moyale 02 Dipp I/A barnotaa - 1987Yohannis Boruu Dhi 30 Boran Dire 01 Boran Moyale 01 12+1 I/G w/Aadaa fi

Turi.- 1997

Page 7: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Sagantaa leenjii Addis Raa’ii ji’a Caamsaa-Waxabajjii

Tl

Qaama Leenji’uu Guyyaa Qaama leenjisuu

1 Hoggansa aanaa 3/10/2004 Diidaa fi Baggajjaa

2 Miseensa Hojjatoota Mootummaa marisiisuu 6/10/2004 Baggajjaa fi Diida

3 Miseensa Ogeeyyota DA mariisisuu 6/10/2004 Baggajjaa

4 Miseensa Ex.Fayyaa,D/B fi suppervayizaroota manneen barnoota fi Hundee dhaabaa Gandaa waliin

07/10/2004 Hoggansa Gandatti Bobba’een

5 Miseensa Baadiyaa 8-9/10/2004 Hoggansa gandatti bobba’ee

6

Page 8: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Unka 6.Oorneelii Xiqqaa Dargaggoota miseensa adda duree A/Mooyyalee Leenjii geeggesummaa G/G bara 2004 E.C Leenjiif Ergaman/qophaa’an

Tl Maqaa GuutuuSa

ala

Um

rii

Iddoo dhalootaIddoo jireenyaa Sad.bar

notaI/gaafatamummaa

Iddoo duran itti leenji’e

Bara qabsoo

God

ina

Aana

a

Gan

da

God

ina

Aana

a

Gan

da

1 Dhibaa Soraa2 Galma Jaarsoo3 Eedin Maammoo4 Garramuu Kindee5 Abdii Guyyoo6 Galgaloo Guyyoo7 Angaasaa Nigaatuu8 Nuuradiin Idiris9 Halkano

10 Shukurii

11 T

aamir Ingidaworqi12 Bahaarnesh Aschaaloo13 Nuunnuu Charuu14 Meseret Mokkonnin

15 Lookoo

16 Tesfaayee Dejenee

17 Qaallicha Mallichaa

18 Galma Halakee19 Ibraahim

20 Leellisaa Tashoomaa21 Abdii Alii 22 Naggaa Baalchaa23 Biraanee ayyansaa24 Nageessoo

Page 9: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Saganta Hojii Ji’aa Waajjira Dhaabaa A/Mooyyalee

Gosa Marii/hojii Yeroo Sa’atii IddooSaganta koree siyaasaa Roobii hunda 3:00 W/dhaabaaSagantaa koree qindeesituu Roobii hunda 8:00 W/bulchiinsaaSagantaa koree hoggansaa waliigala

Ji’atti yeroo tokkoo guyyaa 30ffatti

3:00 Galama Bulchiinsaa

Saganta manajimentii Dhaabaa Torbaanitti yeroo tokkoo ‘Jimaata’

8:00 W/Dhaabaa

Sagantaa Miseensa Magaalaa Ji’ii dhumee ‘Qidaamee’ jalaqabaa

3:00 Galama Bulchiinsaa

Sagantaa qayyabannaa seelii Torbaan 2tti guyyaa ‘Qidaamee’ 3:00 Waajjiraaleetti,Gandatti,Garee fi Zoonii irratti

Sagantaa beektootaa Aanaa Ji’a 2tti yeroo tokko guyyaa Kibxataa

3:00 Galama Bulchiinsaa

Sagantaa hojjatoota Mootummaa waliigala

Ji’ii seenee Wixata Jalaqabaa 3:00 Galama Bulchiinsaa

Sagantaa gabaasa hojii Ji’aa Ji’ii seenee guyyaa 20-23 guyyaa 3f

3:00 Galama Bulchiinsaa

Sagantaa Koree Cimidii Aanaa Wixata hunda 3:00 Galama BulchiinsaaSagantaa Koree cimidii Naannoo lameeni

Torbaan 2tti yeroo tokkoo

Sagantaa koree qindoominna Magaalaa waliin

Torbaantii yeroo tokkoo ‘Qidaamee’

3:00 Bul.magaalaatti

Sagantaa Marii Uummata Magaalaa

Tl Qaama Magaalaa Mariyachiifamu Guyyaa Sa’aatii Iddoo1 Koree hundee dhaabaa Ganda 01 fi 02 05/11/2004 3 Bulchiinsa aanaa2 Miseensa dhaabaa Ganda 01 05/11/2004 3 “3 Miseensa dhaabaa Ganda 02 05/11/2004 8 “4 Hoggansaa fi Hojjatoota sektaraalee Magaalaa 03/11/2004 85 Marii Jaarrolee Saba Amaaraa fi Tigiree 06/11/2004 3 “6 Marii Jaarrolee saba Guraagee fi Walayitaa 06/11/2004 8 “7 Marii Jaarrolee Saba Burjii 07/11/2004 3 “8 Marii Jaarrolee Saba booranna fi Gabraa 07/11/2004 8 “9 Marii saba Konsoo 08/11/2004 12 ganama Bul .magaalaa

10 Marii dargaggoota Magaalaa 15/11/2004 8 W/Bulchiinsaa11 Marii daldaltoota Magaala 09/11/2004 3 W/Bulchiinsaa12 Marii Waldaalee Magaalaa IMX 09/11/2004 8 Bul.Magaalaa13 Marii uummata Magaalaa Zoonii Misoomaan14 Marii Jaarrolee sabaa fi saba lammii Magaalaa 8/11/2004 8 W/Bulchiinsaatti

Page 10: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Guca Gabaasa Hojii Misooma Baadiyaa ittiin sassaabamu

Gan

da Buus

ii M

alla

qaa

Daa

ndii

Liqe

e D

eebi

siis

u IM

X

Liqe

e de

ebis

iisu

Wal

da H

AB

Liqe

e de

ebis

iisuu

W

aabi

i nya

ata

Liqe

e de

ebis

iisuD

arga

go

Ijaar

sa G

RM d

ame

Dub

arto

ota

Ijaar

sa 1

:5 d

amee

D

ubar

toot

a

Hoj

ii BG

GX

K R K R K R K R K R K R K R K R01

02

Arbalee

Sh/barree

Qabbanaawaa

M/Miigoo

Caamuqi

Malab

X/Maddoo

L/sure

Beedee

Buuladi

Danbii

Bokkolaa

Tuqaa

M/Amboo

Page 11: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Argannee

Maddoo

Goofa

Guchii

Hojii Piroojektii PCDP

Tl Gosa Pirojektii Ganda itti argamu

Kontiraaktera Haala irra jiru Hanqina dhiyeessi jiru

1 M/B arumsa Kuta dabalata M/Ambo

M/Ambo Chuchu(0913614430)

2 M/B arumsa Kuta dabalata Afuura Bokkola Chuchu(0913614430)

3 M/B arumsa Kuta dabalata Sh/barre Sh/Bare Haylaati(0916459749)

4 M/B arumsa Kuta dabalata L/sure L/sure Haylaati(0916459749)

5 M/B arumsa Kuta dabalata Afuura Bokkolaa Chuchu(0913614430)

6 M/B arumsa Kuta dabalata Arganne Argannee Chuchu(0913614430)

7 M/B arumsa Buuladi Buuladi Kadir (0913073089)

8 K/F horii Guchii Guchii Kadir(0913073089)

9 K/F Horii M/Miigoo M/Miigoo Haylaati(0916459749)

10 K/F/ Namaa Maddoo Maddoo Moluu(0912054906)

11 Haroo Tuqaa Tuqaa Uummata

Page 12: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

12 Haroo Arbalee Arbalee Uummata

13 Miciree DPSIP Beedee Uummata

Mallaqa Pirojektii PCDP

Gan

da

Gos

a pi

roje

ktii

Baaj

ata

Haft

ee

Kan

kukk

ufe

Oso

o hi

n ku

kufif

amin

kan

haf

e

K R Raawwii Raawwii Raawwii

Arbalee Haroo

Sh/barree m/b

Sh/barree m/b

Caamuqi Haroo

Malab Haroo

X/Maddoo Haroo

X/Maddoo Vet.post

Beedee Vet.post

Buuladi m/b

Bokkolaa Vet.post

Bokkolaa m/b

Bookolaa M/b

M/Amboo m/b

Page 13: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

M/Amboo Haroo

Argannee M/b

Argannee m/b

Argannee m/b

Goofa Haroo

Goofa Cisterlin

Guchi Vet.post

Guchi Cisterlin

Tuqaa m/b

Tuqaa Haroo

M/Miigoo Vet.post

L/sure m/b

L/sure Vet.postL/suree m/bMaddoo K/f

NamaaMaddoo Haroo

Page 14: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Ramaddii hojii Bobbaa Hoggansaa

Kilaastera Tl

Maqaa Hoggansaa Ganda itti Ramadam

e

Bilbila hoggansaa

Sh/barree (Abduuba Waariyoo)

0926480672

1 Dooyyoo Arbooraa Arbalee 0911787431

2 Xuruworqi kabbada/ Sh/Baree 0913537277

3 Abdi Guyyoo /Sisayi Baggajjaa

Qabbanaawaa

0911937533

4 Abdi Aloo M/Miigoo 0913946939

5 Mahaamadnuur Gabaabaa

Caamuqi 0911859762

X/Maddoo (Abdilaziz Ali)0911795128

6 Diida Waariyoo Malab 0926347812

7 Darmii Areeroo X/Maddoo 0911949225

8 Eedin maammoo L/sure 0911087908

9 Godaanaa Huqaa Danbii 0911790124

10 Isaaqi Boruu Beedee 0910042730

11 Roobaa Boruu Buuladi 0913305985

Tuqaa ( Diidaa boruu)0911080206

12 Diidaa boruu Bokkoolaa 0911080206

13 Mesfiin Alamaayyoo Tuqaa

14 Abdirqaadir Godaanaa M/Amboo 0926411360

15 Galma Guyyoo Argannee

16 Areeroo Moluu Maddoo 0926617881

Goofa ( Aadan Waariyoo)

0921094273

17 Dhibaa Soraa Goofa 0921094273

18 Aadan Waariyoo Guchii 0912001883

Magaala (Jaldeessa 01 Mallicha Boruu,Alamuu 01 0911084413/0912005010

Page 15: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Galmaa)0916179760/09118155

37

Wondimuu02 Shibbiruu

G/Tsadiq,Dahaboo A/qadir,Hassan Mallichaa

02 0911960662/0911916275/0911851802

QORANNOO HAALAA WALIIGALAA HOGGANSAA,OGEEYYOTAA

FI CAASAA GANDAA AANAA MOOYYALEE

1. Haala Hoggansaa Waliigalaa Sadarkaa aanaa1.1 Ilaalchaan walqabatee

Ilaalcha eeggatummaan xaxamuun hojii waajjiraa fi ganda itti bobba’anii harcaasuu

Page 16: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Ilaalcha fi gocha malaanmaltummaan xaxamuun hojii miidhuu Ilaalcha gosummaa fi naannummaan xaxamuu Hojimaata dhaabaan hogganamuu dhabuun hojii naaffisuu Komii uummataaf deebii atattamaa kennuu dhabuu Hojii kutannoo fi xiyyeeffannoon hojjachuu dadhabuu hojii laafisuu Qorannoo ceephoo fi ceepha’amaa nafeeffachuun qorannoon hoggansi

tokko tokkoo jijjiiramuu dadhabuu Hoggansii tokko tokkoo ilaalchaa fi gocha kiraa sassaabdummaan

xaxamuun hojii miidhuu Hojii rifoormii bu’uura jijjiirama ta’uu isaaf bu’aa qabeessummaa isaaf

xiyyeeffannoo kennuu dhabuu Uummata nan jijjiira jedhani yaaduu dhabuun hoggansii tokko tokkoo

ganda itti bobba’aan tuqanii deebiyuu,deemuu diduun hojii miidhuu Hojii barnoota Ga’eesotaa gocha irratti xiyyeeffatee akka hojii sektara

tokkootti ilaalu Hoggansii hedduun ilaalchaa ittiin bulinnaan qabamuun qabsoo gitaa

laaffisuu1.2 Dandeettiin walqabatee

Karooraa haala qabatamaa aanaa beekanii baasuu dadhabuun,karooraan hogganamuu irraa haalaan hogganamuu

Qindomani hojii qindeessanii hojjachuu dadhabuu Rakkoo raga bu’uuraa aanaa beekkanii sirreessuu dadhabu Hojii hojjatamani madaalaa deemuu dhabuu Waltajjiiwwan idilee adda addaa harcaasuu ,irratti argamuu

dhabuu,qabaachuu dhabuu Rakkinna ijaarsa mootummaa fi dhaabaa keenyaa sirreessuu dadhabuu Hojii dhabeeyyii aanaa keessa jiran IMX’n qabeenyaa uumamaa irratti

gurmeessuu dadhabuu Hojii hojjataman sadarkaa sadarkaan jiran gamagamuun ‘feedback’

kennuu dadhabuu Hubanoo hojii misooma horsiisees bulaa walfakkaataa qabaachuu

dhabuu Hoggansii tokko tokkoo gahumsa ogumma fi hidhannoo siyaasaa gahaa

qabaachuu dhabuu uummata fi haala jiru dursaa deemuu irra uummataa fi haalaan durfamuun ittiin hogganamuu

Rakkinna herregaa qarshii miliyoona lamaa olii sirreessuu dadhabuu Hordoffii fi deeggarsa gahaa kennuu dhabuun jira

1.3 Dhiyeessiin walqabatee Dhiyeessii barbaachisuu dursanii addaan baasuun akka dhiyaatu

taasisuu dadhabuu fi kan dhiyaates haalaan uummata biraan gahuu dadhabuu

Page 17: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Fkn:-Biqiltuu yeroon rabsuu dadhabuu fi qoricha fayyaa namaa bitamee uummataa dhiyeessuu dadhabuu baajata osoo qabuu

Hanqinnaa baajataa irraa kan ka’een humna namaa gahaa sekteraalee guutuu dadhabuuFkn:- Barsiisota,DAfi hojjatootaa deeggarsaa w/Fayyaa

Meeshaalee dhaabbilee Barnootaa ,Fayyaa fi Horsiisee bulaa baadiyaa keessa jiranii guutuu dadhabuu.fkn .Teessoo,gabatee gurraachaa,kitaaba,meeshaa hojii karaa ittiin hojjatamu

Hojii dhabeeyyii leenji’aniif dhiyeessii barbaachisuu dhiyeessuun gurmeessuu dhabuuFkn:- lafa,laameeraa,qarshii

Hojii daandii fi bishaaniif Mallaqa baajata aanaa irraa ramaduu dadhabuu fi buusii uummataarra sassaabuu dadhabuu yeroon

Rakkoo bishaanii uummanni qabuu furuu dadhabuuFkn:- Pirojeektii bishaanBeedee

Rakkoo dhiyeessii sukkaaraa Godinaan kennamuu jiraachuu isaa Kunuunsaa fi eeddoo dhiyeessii mootummaaf taasiisuu dadhabuun

qabeenyaa mootummaa qisaasinnaaf saxiluuFkn:- qoricha,teessoo, konkolaattaa ,Mallaqaa,Midhaan gargaarsaa, Mootoora,saayikilii fi meeshaale adda addaa biro

1.4 Ciminna Haga danda’ametti karooraa baafatan raawwachuuf yali taasisuu. Hojii pirojektii aanaa kanduraan kufaatii hamaa keessa turte xumura

irraan gahuuf carraaqu Nageenya aanicha bifa tasgabbiiqabuun eegsisu Hojii bobbaa kan deegarsa gandootaa itti deemuuf yaaliin jiraachu Idoo tokko tokkotti gandoota keessa oolanii buluun jijjiiramaaf

qabsaa’u Haala rakkisaa baajeti hin argamne keessattiosoo abdi hin kutin sosochii

taasisuun hojiilee jirtu sochoosu.

2. Haalaa ogeeyyii Aanaa2.1 Ilaalchaan walqabatee

Ilaalcha eeggatummaa bal’aan xaxamuun hojii hojjachuu dadhabuu

Page 18: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Ilaalchaa kiraa sassaabdummaan xaxamuun hojii miidhuu Hojjatoota fi oggeeyyonni hedduun fedhii hojii fi ogummaa qabaachuu

dhabuu Iddoo hojiitti galuu diduun magaalaa irraa deddeebiyu Hojii mootummaa akka ka’umsaa hojii biraa qofaaf fayyadamuun gara

NGO tti baqachuu Malaanmaltummaa cimaan xaxamuun hojii miidhuu Hoggansa gandatti bobba’uu akka isaan deeggarutti ilaaluu dhiisuun

akka isaan balleessuutti(foult finder) ilaalu Hojimaata dhaabaatti amanuu dhabuu Ilaalcha gosummaa fi naannummaan xaxamuu

2.2 dandeettiin walqabatee haalaa qabatamaa aanaa fi gandaa beekkanii hojii karoorsuun

karooraan hogganamuurra haalaan hogganamuu Waltajjii idilee qabaachuu dhabuu fi kan jiruu irrattis argamuu dhabuu Qindoomuu dhabuu fi hojii qindeessanii hojjachuu dhabuu Hojjatootaa fi oggeeyyonni tokkotokkoo rakkoo gahumsaa cimaa

qabaachuu Hordoffii fi deeg garsa hojii gahaa kennuu dadhabuu fi hojii

hojjatamee ‘feedback’ kennuu dhabuu2.3 Dhiyeessiin walqabatee

Dhiyeessii barbaachisuu sakkata’uun dhiyeessuu dadhabuun fi kan dhiyaates rabsuu dadhabuu

Kunuunsaa fi eeddoo dhiyeessii mootummaaf taasiisuu dadhabuun qabeenyaa mootummaa qisaasinnaaf saxiluuFkn:- qoricha,teessoo,midhaan gargaarsaa, Mootoora,saayikilii fi meeshaale adda addaa biro

2.4 Ciminna Haala duraan hin barataminiin sochii duula misoomaa keessatti

hirmaachuuf yaalii taasisuu Yero tokko tokko gandatti gadi bu’uun deegarsaa fi hordofii gochuuf

yaalu

3. Haalaa Caasaa Gandaa3.1 Ilaalchaan walqabatee

Ilaalcha eeggatummaa cimaan xaxamuu Hoggansi gandaa hedduun rakkoo malaanmaltummaan xaxamuun hojii

miidhuu Ilaalchaa fi gocha kiraa sassaabdummaa cimaan xaxamuu Ilaalcha gosummaa fi naannummaa cimaan xaxamuun ololaa oofuu Ilaalcha daangaa lafaan walqabatee rakkoo cimaa qabaachuu isaanii

Page 19: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Hoggansii hedduun ilaalchaa ittiin bulinnaan qabamuun qabsoo gitaa laaffisuu

Neetiworkii malaanmaltummaa diriiffachuun fayidaa uummata irra fayidaa dhunfaa dursuu ,Fkn;- Calaallii adda addaa,gargaarsa adda addaa fi kkf

Ilaalcha mindaa hin qabnu jedhuun xaxamuun hojii uummataa laaffisuu3.2 Dandeettiin walqabatee

Karoora haala qabatamaa gandaan baasanii hojjachuu dadhabuu Qindoominaa fi hojii qindeessanii hojjachuu dadhabuu Gahumsaan uummata hogganuu dadhabuu Komii uummataaf deebii kennuurra,uummata

sodaachisuu,adabuu,hadhuu fi farrajuu gandoota tokko tokkoo keessatti

3.3 Dhiyeessiin walqabatee Dhiyeessii barbaachisuu yeroo fi qulquullinnan addaan baasuun

gabaasuu dadhabuu fi kan dhiyaates qulqullinna fi haqummaan uummataan gahuu dadhabuu

Dhi’eessii naannoo isaaniitti fayyadamu dadhabu Kunuunsaa fi eeddoo dhiyeessii mootummaaf taasiisuu dadhabuun

qabeenyaa mootummaa qisaasinnaaf saxiluuFkn:- qoricha,teessoo,midhaan gargaarsaa, Mootoora,saayikilii fi

meeshaale adda addaa biro3.4 Ciminna

Raayyaa misooma ijaaramte hojiitti galchisiisuuf carraaqu Hojii duulaa keessatti bifa onnachiisaa ta’een ummata hirmaachisisuuf

tattaafachu Nageenya aanichaa mirkaneessuuf gara kuteenyaan qabsaa’u Ganda gandatti miirri hojiin waldorgomuu uumamuun socho’u Rooba xiqqaa argametti gargaaramuun oomisha irratti akka bobbba’ani

ummata jajjabeessuuf yaalu.4. Haala ogeeyyii Gandaa

4.1 Ilaalchaan walqabatee

Ilaalcha eeggatummaa bal’aan xaxamuun hojii hojjachuu dadhabuu Ilaalchaa kiraa sassaabdummaan xaxamuun hojii miidhuu Hojjatoota fi oggeeyyonni hedduun fedhii hojii fi ogummaa qabaachuu

dhabuu Iddoo hojiitti galuu diduun magaalaa irraa deddeebiyu Hojii mootummaa akka ka’umsaa hojii biraa qofaaf fayyadamuun gara

NGO tti baqachuu

Page 20: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Malaanmaltummaa cimaan xaxamuun hojii miidhuu Hoggansa gandatti bobba’uu akka isaan deeggarutti ilaaluu dhiisuun

akka isaan balleessuutti(foult finder) ilaalu Hojimaata dhaabaatti amanuu dhabuu Ilaalcha gosummaa fi naannummaan xaxamuu

4.2 Dandeettiin walqabatee Haalaa qabatamaa aanaa fi gandaa beekkanii hojii karoorsuun

karooraan hogganamuurra haalaan hogganamuu Waltajjii idilee qabaachuu dhabuu fi kan jiruu irrattis argamuu dhabuu Qindoomuu dhabuu fi hojii qindeessanii hojjachuu dhabuu Hojjatootaa fi oggeeyyonni tokkotokkoo rakkoo gahumsaa cimaa

qabaachuu Hordoffii fi deeggarsa hojii gahaa kennuu dadhabuu fi hojii hojjatamee

‘feedback’ kennuu dhabuu4.3 Dhiyeessiin walqabatee

Dhiyeessii barbaachisuu sakkata’uun dhiyeessuu dadhabuun fi kan dhiyaates rabsuu dadhabuu

Kunuunsaa fi eeddoo dhiyeessii mootummaaf taasiisuu dadhabuun qabeenyaa mootummaa qisaasinnaaf saxiluu

Dhi’eessii naannoo jirutti fayyadamu dadhabuFkn:- qoricha,teessoo,midhaan gargaarsaa, Mootoora,saayikilii fi meeshaale adda addaa biro

4.4 Ciminna Haala duraan hin barataminiin gandatti galuun ganda itti dhi’eenyaan

hordofuuf yaalu Ummata ogummaa qabaniin hojii hojjatanaii itti mul’isuuf tattaafachu Barnoota leenjii TMGB irraa argatani ummata biraan gahuun ummata

fayyadama taasisuuf yaalii gochu.5. Haalaa Ummataa bal’aa Gandootaa

5.1 Ilaalchaan walqabatee Ilaalcha eeggatummaa cimaan xaxamuu Ilaalchaa fi gocha kiraa sassaabdummaa cimaan xaxamuu Ilaalcha gosummaa fi naannummaa cimaan xaxamuun ololaa oofuu Ilaalcha daangaa lafaan walqabatee rakkoo cimaa qabaachuu isaanii Tokko shaniin hojjatani waliin jijjiiramu irra fayidaa dhunfaa dursuu Ilaalcha roobi naannoo keenya hin jiru jedhuun qabamuun tarsiimo hoji

irra oolchu dadhabu

5.2 Dandeettiin walqabatee

Karoora haala qabatamaa manaa fi maatii isaaniitiin baasanii hojjachuu dadhabuu

Page 21: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Qindoominaa maatii fi tokko shanii isaaniitiin hojii qindeessanii hojjachuu dadhabuu

Gahumsaan maatii fi tokko shanii hogganuu dadhabuu fi hogganamu dadhabu

5.3 Dhiyeessiin walqabatee

Dhiyeessii barbaachisuu yeroo fi qulquullinnan addaan baasuun gabaasuu dadhabuu fi kan dhiyaates qulqullinna fi yeroon itti gargaaramu dadhabuu

Dhi’eessii naannoo isaaniitti fayyadamu dadhabu

5.5 Ciminna

Bifa raayyaa misoomaatiin ijaaramani jijjiiramaaf carraaqu Hojii duulaa miiraa itti dhaga’amiinsa qabuun keessatti hirmaachu Leenjii sadarka adda addaatti kennamaa turte bifa dadamaqinna qabuun irratti

hirmaachu. Ummata naannolee olla jiran waliin waldhagahanii jiraachu Miirri kakka’umsa hojii iddoodha iddootti nama keessatti uumamuun hojiif tattaafachu

Ajandaawwaan Marii Uummataa Magaalaa

Page 22: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Haala Magaala keenyaa

Misooma Magaalaa (Daandii,Qulqullinnaa,----) Bulchiinsaa Gaariin walqabatee Nageenyaan Walqabatee

Qabxii qorannoo hojii bara 2004 (ceephoo fi Ceepha’amaa) Hoggansaa A/Mooyyalee

1. Boqonnaa qophii karoora bara 2004 irratti haalaa qabataamaa aanaa beekkanii

ogeessaa fi hoggansii qindaa’ee raawwataa qopheessuun raawwachuu isaa irratti2. Boqonnaa raawwii karooraa keessatti hojii karoofamanii harcaatii malee

raawwachuu fi raawwachiisuu irratti3. Hojiiwwaan muxannoo gaarii ta’an(hojii gaarii ta’an ) sakkata’uun qindeessuun akka

babala’atan taasisuu irratti4. Ga’umsaa fi dandeettiin hojii osoo ofi hinqusatin raawwachuu irratti

Page 23: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

5. Dhiyeessii barbaachisoo ta’an qindeessuu gabaasuu fi kan qindaa’ee dhiyaatee uummataa dhaqabsuu irratti

6. Sirnota sadeen hordofii fi to’annoo cimsaa hojii raawwachuu fi raawwachiisuu irratti7. Ilaalchotaa fi gochoota balaa sirnaa keenyaa ta’an (kiraa

sassaabdummaa,gosummaa,naannummaa,malaanmaltummaa,dhiphummaa,of-tuulmmaa,ittiin bulinnaa) irraa bilisa ta’uu fi irrattis qabsaa’uu irratti

8. Hojii waajjiraa fi bobbaa harcaatii tokkoo malee qindeessuun raawwachuu ykn raawwachiisuu irratti

9. Kutannoo fi ejjannoon hojmaata dhaabaa hojiirra oolchuu fi akka hojiirra oolu taasisuu irratti

10. Waltajjii idilee qabaachuu fi yeroon argamanii irratti harcaatii malee hirmaachuu irratti

11. Hojii misoomaa aanaa harcaatii malee hordofuu fi deeggaruun walqabatee pirojeektii PCDP,PSNP,idilee hanqinnaa tokkoo malee hordofuu fi deeggaruu

irratti Liqee deebisiisuu irratti Hirmaannaa mallaqaa hojii Daandii fi Bishaanii (R-WASH) harcaatii malee

xumursiisuuf kakka’umsa uummataa cimsuun raawwachuu irratti

Orneelii Xiqqaa Hoggansa A/Mooyyalee

Maqaa guutuu

Saal

a

Um

rii

Iddoo dhalootaIddoo jireenyaa Sad.barn

otaI/gaafatamummaa Iddoo

duran itti leenji’e

Bara qabsoo

Sad. miseensummaa

God

ina

Aana

a

Gan

da

God

ina

Aana

a

Gan

da

Ibrahim EedinBaggajjaa Morgee Dhi 31 Boran Dilo Dilo Boran Moyale 01 Digrii I/G W/dhaabaa Boqojjii 1997 M/guutuuDiida waariyoo Dhi 36 Boran Dire dubuluq Boran Moyale 01 Dipp I/G w/BLEN “ 1997 M/guutuuAbdilaziz Alii Dhi 31 Boran Moyale 02 Boran Moyale 02 Digri I/A W/MMD “ 1997 M/guutuuAbdi Aloo Dhi 28 Boran Dire 01 Boran Moyale 01 Digri I/G siyaasa “ 1997 M/guutuuAlii xachee Dhi 26 Boran Arero Horoto Boran Moyale Camuq Dipp I/G Isp.dargago “ 1997 M/guutuuXuruwarqi kabbadaa Dha 38 Boran Boore Ir/mud Boran Moyale 01 Dipp I/G dhi. Dub.fi

da’imani“ 1997 M/guutuu

Page 24: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Cheeklistii Dabalataa hojiilee bara 2004 hin xumuramin hafanii

1. Hojii Pirojeektii Ilaalchisee Pirojeektoota ijaarsaa PCDP hojii hirmaannaa uummataa hin xumuramin

xumursiisuu(dhakaa,maansa fi bishaan bakka barbaachissutti) Hojii hirmaannaa uummataa hojii haroo cimsuu irratti hojjachuu Meeshaalee ijaarsaa hanqinni jiru sakata’uun koree bittaa gandaa kakkaasuun akka dhiyaatan

taasisuu Koree bittaa mallaqi hin kukuffifamin irra jiru akka ofirraa kuffisan taasisuu Haala waliigalaa pirojeektiin hundi irra jiran yeroo yeroon hordofuun hanqinnaa fi jijjiirama jiru

gabaasuu Hordoffii hojii ijaarsa pirojektii MDG naannoon hojjatamanii taasisuun gabaasuu

2. Karoora hojii bara 2005 ilaalchisee

Page 25: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Karoorri hojii misooma horsiisee bulaa nama dhunfaa hanga gandaa kan bara 2005 haala qabatamaa naannoo isaaniin akka qophaa’uu taasisuun aanaa gabaasuu

3. Hojii Nageenyaa ilaalchisee Haala sochii diinaa fi seelii isaa damaqinnaan hordofuu Seelii diinaa garee 1:5 irraa kaasee akka saxilaman taasisuu fi kan duraan saaxilaman

qindeessuun gabaasuu Hidhataan gandaa damaqinaan sochii diinaa hordofuun akka to’atu taasisuu Sochii Diinii ykn humnoonni dhiphootaa Amantaa harka keessa galfattee taasisaan damaqinnaan

hordofuun cabsuu Ilaalcha dogogoraa lafa daangessuun wali qabatee jiru,rakkoo naannoo biraatti uumamteen

walqabatee jiru kutannoon irratti qabsaa’uun sirreessuu Mallattoolee walitti bu’iinsa uummataa uumani kan akka (Godaansa horii fi namaa,Hannaa horii

fi walidhabbii marraa fi bishaan) irraa damaqinnan hordofuun sirreessuu4. Hojii daandii baadiyaa ilaalchisee

Mallaqni buusii daandii kan hojjattootaa mootummaa magaalaa fi baadiyaalleen irraa citu hundi ji’oottan ADOOLESSAA FI HAGAYYAA QOFA keessatti akka galii ta’ee xumuramuu taasisuu fi haalaa barbaachisuu hundaa mijeessuu ,hordofuu, deeggaruu

Hojii hirmaannaa uummataa humnaan taasifamu akka yeroon xumuramuu ciminaan irratti hojjachuu(Gandoota 7 karaan keessa ba’uuf)

Hirmaannaa uummata mallaqaan taasifame qindeessuun galiii godhuu fi kan hafes akka xumuramee galii ta’uu ciminnaan irratti hojjachuu

Hojii daandii hojjatamuu ciminnaan hordofuun haala inni irra jiru gabaasuu5. Hojii IMX ilaalchisee

Waldaalee hawaasaa duraan ijaarraman haalaa isaan irra jiran hordofuun cimsuu (waldaa H/Bulaa,Dubartootaa,Mirgaa,liigotaa,federeshiinotaa fi kkf)

Waldaalee dargaggoo fi dubartootaa sulula irratti ijaarraman cimisuu fi jajjabeessuu Barattoota bara 2004 Yuunversitii fi Koollejjii eebbifamanii galan kan ganda keessa jiran

sakkata’uun gosa oggummaa isaaniin addaan baasuun galmeessuun leenjiif qopheessuu Liqee IMX ,Hawaasummaa,dargaggootaa fi Waabii nyaataa deebiyuu qabuu kan deebiyee akka

galii godhamu taasisuu fi kan hin sassabamin ciminnaan irratti hojjachuun galii taasisiisuu Waldaalee IMX baasii fi baasii malee ijaarraman sochii isaanii hordofuu fi cimsuu

6. Hojii Dhaabaa ilaalchisee Waltajjii idilee akka idilaa’uu taasisuu(Marii hoggansa sadarkaa sadarkaan

jiruu ,qayyabannaa,marii seelii fi hundee fi kkf) akka addaan hin ciccinnee irratti hojjachuun. Sochii hojii liigii dargaggoo fi dubartootaa fi federeeshiinii cimisuun hordofuu Karoora miseensa (miseensa guutuu,deeggaraa fi kadhimamaa) fi hojii miseensa ganda bara

2005 baafachiisuun gabaasuu Sochii hojii seelii fi hundee irratti ciminnaan hojjachuu Ga’uumsa siyaasa miseensa keenyaa cimsuu irratti ciminnaan hojjachuu Fayyuummaa ilaalcha miseensaa irratti ciminnaan hojjachuu Ilaalchota farra sirna keenyaa kan Amantaan walqabatee cabsuu irratti hojjachuu

Page 26: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Madaallii waggaa bara 2004 kan miseensaa,seelii fi hundee raawwatame qindeessuun gabaasuu Galii dhaabaa bara 2003 fi 2004 kan miseensa baadiyaa fi magaalaa hundi

(buusii,Gaazexa,deeggarsa fi DVD) hanga Adoolessa 10/2004 tti galii akka ta’uu ciminnaan irratti hojjachuun gabaasuu

Buusii miseensa Magaala hundi bara baajata 2005 irraa (Adoolessaa bara 2004) kaasee akka Peeroolii irratti kutamee galii ta’uu hojjataa miseensaa sektara keessa jiran hunda mariisisuun waliigaltee irra ga’uun tokkoon tokkoon hojjataa miseensa ta’ani mallatteesisuun Waajjira Dh.D.U.O Aanaa gabaasuu hanga Adoollessa 20/2004tti.

7. Hojii barnootaa Ilaalchisee Karoorrii barattoota bara 2005 mana barumsaa galuu qabanii qophaa’ee ijjoollee galmeessuun

akka eegalamuu taasisuu Hojii barnoota ga’eessotaa gocha irratti xiyyeeffate(BGGX) jalaqabamee cimsuu fi kan jala hin

qabamin jalaqabsiisuun hordofuu Barsiisonnii fi barattooti yeroo boqonnaa isaanii akka hojii barnoota bu’uuraa irratti hirmaatanii

barsiisaan mariyachiisuun qopheessuu Barnoonni ga’eessota gochaa irratti xiyyeeffate Yeroo mani barumsaa cufamu akka addaan hin

cinneef haala mijjeessuu

RAMADDII HOJII BOBBAA HOGGANSAA A/MOOYYALEE

Sh/barree (Abduuba Waariyoo)

0926480672

1 Dooyyoo Arbooraa Arbalee 0911787431

2 Xuruworqi kabbada Sh/Baree 0913537277

3 Abdi Guyyoo /Sisayi Baggajjaa

Qabbanaawaa

0911937533

4 Abdi Aloo M/Miigoo 0913946939

5 Mahaamadnuur Gabaabaa

Caamuqi 0911859762

X/Maddoo (Abdilaziz Ali)0911795128

6 Diida Waariyoo Malab 0926347812

7 Darmii Areeroo X/Maddoo 0911949225

8 Eedin maammoo L/sure 0911087908

9 Godaanaa Huqaa Danbii 0911790124

10 Isaaqi Boruu Beedee 0910042730

Page 27: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

11 Roobaa Boruu Buuladi 0913305985

Tuqaa ( Diidaa Boruu)0911080206

12 Diidaa boruu Bokkoolaa 0911080206

13 Mesfiin Alamaayyoo Tuqaa 0911851837

14 Abdirqaadir Godaanaa M/Amboo 0926411360

15 Galma Guyyoo Argannee 09

16 Areeroo Moluu Maddoo 0926617881

Goofa ( Aadan Waariyoo)

0921094273

17 Dhibaa Soraa Goofa 0921094273

18 Aadan Waariyoo Guchii 0912001883

Magaala (Jaldeessa Galmaa)

0916179760/0911815537

01 Mallicha Boruu,Alamuu Wondimuu

01 0911084413/0912005010

02 Shibbiruu G/Tsadiq,Gannat Baqqalaa,Hassan Mallichaa

02 0911960662/0911773629/0911851802

Galii dhaabaa duguuganii galchuu

Tl Maqaa Gandaa Baayinna miseensa Gandaa

Buusii Gaazexa dhaabaa Deeggarsa Dhaabaa DVD

kaffalme haftee kaffalme haftee kaffalme haftee kaffalme haftee

1 01 228 146

2 02 206 -

3 Arbalee 296 290

4 Sh/barree 238 205

5 Qabbanaawaa 256 256

6 M/Miigoo 226 226

Page 28: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

7 Caamuqi 287 287

8 Malab 230 207

9 X/Maddoo 347 347

10 L/sure 342 306

11 Beedee 247 247

12 Buuladi 248 248

13 Danbii 368 338

14 Bokkolaa 278 275

15 Tuqaa 220 208

16 M/Amboo 204 204

17 Argannee 315 260

18 Maddoo 290 206

19 Goofa 293 230

20 Guchii 270 270

QORANNOO HOJII BOBBAA TORBEE LAMAAN DARBEE

1. Pirojektii PCDP Ilaalchisee Hirmaannaan uummataa maaliirraa jira? Bittaan Meeshaa maaliirra jira? Koreen bittaa herrega kukuffisuu isaa

2. Hojii dhaabaan walqabatee Waltajjiin idilee idilaa’uu isaa Qayyaabannaan idilaa’uu isaa(hundeerraa kaasee hanga seeliitti) Miseensa qulqulleesuu irratti (Miseensa guutuu,Kaadhimaamaa,deeggaraa) Ijaarsi dhaabaa keenyaa waan irra jiru Galii dhaabaa bara 2004 xumuruu (Buusii,Gaazexa,Deeggarsa fi DVD)

3. Nageenyaan walqabatee Haallii diinaa maalirraa jira

Page 29: Cheeklistii Hordoffii Fi Deeggarsaa Hojii Misoomaa Ji

Ilaalchi uummati diinaa(ABO) irratti qabu maali fakkaataa Seelii diinaa saxiluu irratti (kan saxilame,kan shakkaman)

4. Daandiin walqabatee Hojiin hirmaannaa uummataa humnaa maalirra jira Buusiin mallaqaa maalirra jira Hojiin daandii ammaa maalirra jirti

5. Barnootaan walqabatee BGGX maalirra jira Qophiin galmee barnootaa maalirra jiru Haallii eeddoo mana barumsaa maalirra jira Haallii barattoota koollejjii fi yuuniversitii galanii maalirra jira

6. IMX walqabate Liqeen deebiyee (Hawaasummaa,waabii nyaataa,dargagootaa,HABP) Dargagoota bara 2004tti barnoota xumuran (kan kollejjii fi yuniveersitii)

7. Karoora ka’umsaa bara 2005 ilaalchisee Karoora hojii sektaraa bara 2005 Karoora hojii misoomaa Gandaa Karoora miseensa dhaabaa bara 2005

8. Marii hojjaatootaa waajjiraan walqabatee Marii waa’ee buusii miseensa waajjiraa bara 2005 fi raawwii isaa Marii waa’ee buusii daandii fi raawwii isaa Marii deeggarsa Hidha Laga Abbaayaa bara 2005 fi raawwii isaa

9. Fayyaan walqabatee Haallii ijaarsi raayyaa misooma dame dubartootaa maalirra jira

10. Hojii misooma horsisee bulaan walqabatee Haallii waliigalaa jiru maalirra jira