Guyyan gara magaala deeme - Global Storybooks

Post on 07-Feb-2022

5 views 0 download

Transcript of Guyyan gara magaala deeme - Global Storybooks

Guyyan gara magaala deemeGuyyan gara magaala deeme

Lesley Koyi, Ursula Nafula Brian Wambi Demoze Degefa oromo nivå 3

Bakki dhabbata atobusaa xinnan ganda kenyaanamafi konkolatootan dhiphatee jira. Kanarrahafee wanti fe’amu qabu bayee tu lafa jira.Namooni tikeeti gurguran konkolatoota iyyan.

2

“Magaala! Magaala! Gare dhihaa!” jedhegargaran konkolachisa. Konkolaatan suni kanaani barbaadu ture.

3

Atobisiin magaaladha bayee guutee jiraa namnigaru yabbachuuf ifaaja. Namonni tokko tokkomeshaa isaani konkolaata jalatti fe’atan. Namonnikuni immo kessa kayaatan.

4

Imaltooni harenyi tiikeetiissani cimsani qabataniilafa teesuma barbadatan. Dubartoonii da’imaaqabana imala isaanif mijeesan.

5

Ani immo dubarti abban mana irradu’ee tokkobiran taa’e. Namni nabira taa’e tokko immoborsaa lasticaa hammatee qabateera. Qopheedulomaafi and kootii dulooma uffate waan aarefakkaata.

6

Fodddaa konkolatatiin gara alaa yeroon qayeekoo ittiguddadhe dhisee gara magaala deemuukoon qayyabadhe. Gara magaala gudda deemanjira.

7

Meshaa fe’un xummurame jennan namni hunduutesso qabatee taa’e. Daldaaltonni karaa gubbaameshaa isaani gurguruf gara keessati lixan.Namni hunduu waan bituu barbaade gafachaature. Wacini sun garuu nadinqisisee.

8

Namooni tokko tokko yeroo wandhugamu bitatankuuni immo waandhugan bitatan. Namonni akkaanaa kan mallaqaa hinqabne, cal jedhanitumailaalan.

9

Sochiin suni garu kalaksii konkolaatatin addancitee. Gargaaran konkolaachisaa daldaltootanbu’aa jedhe itti iyyee.

10

Daldaltonni dafan waldhibanii bahan. Tokkotokko deebi namootaf kenan. Kuuni immodaqiqaa isaa dhumaatitis gurguirf yalaan.

11

Akkuma atobisin bakka dhaabbate ka’ee, garafoddatin allatin ilaale. Akkam godheen garagandaa kiyyaa deebi’aa jdheen yaadee ture.

12

Akkuma imalli ittifufen, konkolaata kessa bayeeo’ee. Ejjaa koo cuffen rafuu barbaade.

13

Samuu koo garu gara maana yaada. Harmeenkoo nangan turtii moo? Hiiletiin kiyya gatii baftuita’a? Obbolessi koo iyyiba sana yadatee bishanobaasa laata?

14

Osoon deema jiru lafa essumini koo jiru magaalasana kessati yaadadhee. Hiribaa kessatin kufatindeeema.

15

Sa’ati sagal booda, sagalee cimaa gara gandakessani deebi’a jedhu dhagahe. Borsaa kooqabbadheen konkolaata kessa utalee bahe.

16

Konkolaatan gara ganda deebi’u dafee gutee.Dafee garaa bahaa qajelee. Rakkinnii cimaankiyyaa akkam godheen mana essuma kiyya akkanitti argadhu yaadu ture.

17

Barnebøker for NorgeBarnebøker for Norgebarneboker.no

Guyyan gara magaala deemeGuyyan gara magaala deemeSkrevet av: Lesley Koyi, Ursula Nafula

Illustret av: Brian WambiOversatt av: Demoze Degefa

Denne fortellingen kommer fra African Storybook (africanstorybook.org) og ervidereformidlet av Barnebøker for Norge (barneboker.no), som tilbyr barnebøkerpå mange språk som snakkes i Norge.

Dette verket er lisensiert under en Creative Commons Navngivelse 4.0 Internasjonal Lisens.

18